Ispoortii
Deeggartoonni Baarseloonaa Niikoo Wiiliyaam mallatteessisuuf TikTokiin maallaqa walitti qabuu eegalan
Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC) – Deeggartoonni Baarseloonaa kilabichi Niikoo Wiiliyaam qabeenya isaa akka taasiisuuf Akkaawuntii TikTokiin maallaqa walitti buusuu eegalaniiru.
Kilaba Atileetikoo Bilbaa’oof taphata kan jiru dargaggeessi umrii waggaa 22 Niikoo Wiiliyaamsi Cheelsii fi Baarseloonaa dabalatee kilaboota Awurooppaa hedduun…
Read More...
Gaareez Saawuzgeet fedhii isaaniin hojii gadi lakkisan
Finfinnee, Adoolessa 9, 2016 (FBC) – Leenjisaan Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ingiliiz Gaareez Saawuzgeet fedhii isaaniin hojii gadi lakkisan.
Saawuzgeet bara Faranjootaa 2016 eegalee Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ingilaandi…
Arjentiinaan shaampiyoonaa Waancaa Kooppa Ameerikaa taate
Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC) – Tapha xumuraa Waancaa Kooppa Ameerikaa ganama kana taphatameen Arjentiinaan, Kolombiyaa injifachuun yeroo 16ffaaf Shaampiyoonaa taate.
Arjentiinaan galchii 1 fi 0n Kolombiyaa injifachuun Shaampiyoonaa…
Ispeen shaampiyoonaa Waancaa Awurooppaa 17ffaa taate
Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC) – Tapha xumuraa Waancaa Awurooppaa halkan kana taphatameen Ispeen, Ingilaand injifachuun yeroo 4ffaaf Shaampiyoonaa taate.
Ispeen galchii 2 fi 1n Ingilaand injifachuun Shaampiyoonaa Waancaa Awurooppaa…
Hundeeffama Machaal Waggaa 80ffaa sababeffachuun taphoonni michummaa gaggeeffaman
Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC)-Hundeeffama Garee Kubbaa Miilaa Machaal Waggaa 80ffaa ilaalchisuun taphoonni michummaa garaagaraa gaggeeffamaniiru.
Haaluma kanaan tapha Garee Aanga’ootaa fi Garee Abbootii Qabeenyaa gidduutti…
Taphni Xumuraa Waancaa Awurooppaa har’a gaggeeffama
Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC)-Taphni xumuraa Waancaa Awurooppaa 17ffaan tapha Ispeenii fi Ingiliz gidduutti gaggeeffamuun har'a goolaba argata.
Taphni Waancaa Awurooppaa keessummeessummaa Jarmaniin Waxabajjii 7, 2016 Irraa eegaluun…
Luwiis Naanii fi Niwaankiwoo Kaanuun guddina kubbaa miilaa Itiyoophiyaaf deeggarsa barbaachisu…
Finfinnee, Adoolessa 6, 2016 (FBC) –Taphataan Kubbaa Miilaa duraanii Poorchugaal Luwiis Naanii fi kan Naayijeeriyaa Niwaankiwoo Kaanuun guddina kubbaa miilaa Itiyoophiyaaf deeggarsa barbaachisu taasiisuuf qophii ta'uu ibsan.
Taphattoonni…