Ispoortii
Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Piriimerliigii Itiyoophiyaa ta’e
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC)- Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Piriimerliigii Itiyoophiyaa bara 2016 ta’e.
Tapha piriimerliigichaa torbee 30ffaa har’a Istaadiyamii Yuunivarsiitii Hawaasaatti gaggeeffameen Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Madiiniin 2 fi 0’n injifateera.
Qabxicha hordofees Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa…
Read More...
Waancaa Awurooppaan taphni Ingilizii fi Siwiizarlaandi gidduutti taphatamu akkaan eegama
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Biyyoota Awurooppaa 17ffaan taphni Ingilizii fi Siwiizarlaandi gidduuttii taphatamuu akkaan eegama.
Sagantaa taphaa nuusa xumuraa har’aan taphoonni lama ni keessummeeffamu.
Galgalaa…
Ispeen tapha walakkaa xumuraaf dabarte
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2016 (FBC) – Waancaa Awurooppaan Ispeen, Jarman injifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabarte.
Ispeen galchii 2 fi 1n Jarman injifachuuf tapha walakkaa xumuraaf geesse.
Tilmaama Waancaa injifachuu olaanaa…
Atileetoonni Taphoota Olompikii Paarisirratti Itiyoophiyaa bakka bu’an ifooman
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2016 (FBC) – Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa Atileetoota taphoota Olompikii Paarisirratti Itiyoophiyaa bakka bu’an ifoomseera.
Atileet Gudaaf Tsaggaayyiin fageenya garaagaraa 3 irratti kan hirmaattu…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan Qiddus Giyoorgis Magaalaa Faasiil injifate
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 30ffaa har’a taphatameen Qiddus Giyoorgis Magaalaa Faasiil injifateera.
Tapha har’a waaree boodaa sa’aatii 9:00 eegalee kilaboota lamaan gidduutti…
Itiyoophiyaan gulaallii Waancaa Afrikaa 2025’f Rippaablika Diimokiraatawaa Koongoo, Giinii fi…
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa gulaallii Waancaa Afrikaa 2025’f Rippaablika Diimokiraatawaa Koongoo, Giinii fi Taanzaaniyaa waliin ramadameera.
Waancaan Afrikaa bara Faranjootaa 2025…
Teen Haag Yuunaayitiid waliin waliigaltee haaraa mallatteessan
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Leenjisaan Maanchister Yuunaayitiid Eerik Teen Haag kilabicha waliin waliigaltee haaraa hanga bara 2026'tti turu mallatteessaniiru.
Teen Haag bara Faranjootaa 2022 Maanchiister Yuunaayitiid…