Ispoortii
Poorchuugaal tapha nuusa xumuraaf dabarte
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC) –Poorchuugaal Islooveeniyaa injifachuun tapha nuusa xumuraaf dabarte.
Tapha moo'anii darbuu halkan kana taphatameen sa'aatiin idilee galchii malee qixa xumuramuun Poorchuugaal rukkuttaa adda bahiinsaan Islooveeniyaa galchii 3 fi 0n injifachuun nuusa xumuraaf dabarte.
Poorchuugaal tapha nuusa xumuraa…
Read More...
Faransaay Beeljiyamiin 1 fi 0’n injifatte
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC)– Tapha Waancaa Awurooppaa 17ffaa har’a gaggeeffameen Faransaay Beeljiyamiin 1 fi 0’n injifatteetti.
Haaluma kanaan Faransaay gara taphaa nuusa xumuraatti ce'uu mirkaneeffatteetti.
Halkan kana…
Dhalattoota Afrikaa lammiilee Ispeen Waancaa Awurooppaarratti ga’umsa olaanaa argisiisaa jiran
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC) – Dhalattoota Afrikaa lammiilee Ispeen Waancaa Awurooppaarratti ga’umsa olaanaa agarsiisaa jiran Niikoo Wiiliyaamsii fi Laamiin Yaamaal.
Hidda dhiigaan Gaanaa kan ta’e Niikoo Wiiliyaamsii fi Hiddaa…
Taphoota moo’anii darbuu waancaa Awurooppaan taphni har’a Faransaayii fi Beeljiyeem gidduutti…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC) – Taphoota moo’anii darbuu waancaa Awurooppaa 17ffaa Jarmanitti gaggeeffamaa jiruun taphni har’a Faransaayii fi Beeljiyeem gidduutti taphatamu hawwiin eegama.
Har’a galgala sa’aatii…
Piriimerliigichaan Baankiin Daldalaa itiyoophiyaa fi Magaalaan Walqixxee injifatan
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2016 (FBC)- Tapha Piriimerliigii Itiyoophiyaan Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa fi Magaalaan Walqixxee morkattoota isaanii injifataniiru.
Tapha torbee 29ffaan hara gaggeffameen Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa…
Fiigichi daandiirraa kiiloo metira 10 “Machaal Itiyoophiyaaf” milkiin xumurameera
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2016 (FBC)-Fiigichi daandiirraa kiiloo metira 10 "Machaal Itiyoophiyaaf" Addabaabaayii Masqalaatti gaggeeffame milkiin xumurameera.
Saganticharratti Gorsaa Loltummaa Itaamaajoor Shuumii waliigalaa fi Itti…
Taphoonni moo’anii darbuu Waancaa Awurooppaa har’aa eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Taphoota moo’anii darbuu Waancaa Awurooppaa17ffaan har’a taphoonni lama ni taphatamu.
Taphoonni moo’anii darbuu kun tapha har’a galgala sa’aatii 1:00 eegalee Siwiizarlaandi Xaaliyaanii waliin…