Ispoortii
Pireezidaantiin CAF Paatiriis Mootiseeppeen Finfinnee galan
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Pireezidaantiin Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa Paatiriis Mootiseeppeen Finfinnee galaniiru.
Paatiriis Mootiseeppeen Yaa'ii Waliigalaa Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa 46ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Pireezidaanti Paatiriis Mootiseeppeen waayita Buufata Xiyyaaraa Idil…
Read More...
Piriimiyer Liigii Ingiliziin taphoonni 7 har’a ni gaggeeffamu
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2017 (FBC)- Tapha torbee 8ffaa Piriimiyer Liigii Ingiliziin taphoonni torba har’a ni gaggeeffamu.
Haaluma kanaan Totenhaam Hotisparii fi Westhaam Yuunaayitid sa’attii 8:30 irraa eegaluun ni taphatu.
Galgala…
Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 4ffaan boru eegalee taphatama
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2017 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 4ffaan boruu eegalee hanga Kibxataatti Istaadiyeemii Dirre Dhawaatti ni taphatama.
Taphoonni torbee 4ffaa bara 2017 kun tapha boru waaree booda…
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaaleessa Itiyoophiyaa Finfinnee gale
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2017 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaaleessa Itiyoophiyaa galgala kana Finfinnee galeera.
Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa,Garee Biyyaaleessa Giiniin galchii 3 fi 0’n injifatamuun ni yaadatama.…
Gareen Biyyaalessa Itiyoophiyaa har’a gita isaa Giinii waliin tapha deebii ni taphata
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2017 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa har’a gita isaa Giinii waliin tapha deebii gulaallii Waancaa Afrikaa marsaa 4ffaa ni tapahata.
Waaliyaawwan har’a halkan sa’aatii 4:00 irraa jalqabee…
Maaraatoonni Chikaagoon Atileetonni Itiyoophiyaa 2ffaan xumuran
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2017 (FBC)-Ameerikaatti kan gaggeeffame figicha “Maaraatoonii Chikaagoo 2024” Atileetonni Itiyoophiyaa Koorniyaa lameeniin sadarkaa 2ffaan xumuraniiru.
Dorgommii figichichaa dhiirota gidduutti gaggeeffameen…
Sagantaan baniinsa Shaampiyoonaa Teenisa Minjaalaa Ga’eessotaa Afrikaa adeemsifamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) – Sagantaan baniinsa Shaampiyoonaa Teenisa Minjaalaa Ga'eessotaa Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii Shawiit Shaankaa, Pireezidaantii Federeeshinii…