Ispoortii
Ingilaand tapha xumuraa Waancaa Awurooppaaf dabarte
Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC) - Tapha Walakkaa xumuraa Waancaa Awurooppaa halka kana taphatameen Ingilaand, Neezarlaand injifachuun tapha xumuraa dabarte.
Ingilaand galchii 2 fi 1n Neezarlaand injifachuun tapha waancaaf geesserti.
Ingilaand waancaaf shaampiyoonaa yeroo 3 Ispeen waliin falmatti.
Ispeen bara Faranjootaa 1964, 2008 fi…
Read More...
Oliveer Jiruud Garee Biyyaalessaa keessaa of baase
Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Taphataan Garee Biyyaalessaa Faransaayii galchii hedduu lakkoofsisuun beekamu Oliveer Jiruud umrii waggaa 37ffaa isaatti garee biyyaalessaa keessaa of baase.
Jiruud taphaa waancaa Awurooppaa 17ffaa…
Ingilizii fi Neezerlaandi keessaa Ispeen waliin kan morkatu har’a adda ba’a
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)-Waancaa Awurooppaa 17ffaan tapha har’a gaggeeffamuun gareen Ispeen waliin Waancaaf Morkatu har’a adda ba’a.
Tapha har’a Ingilizii fi Neezerlaandi gidduutti taphatamu akkaan kan eegamuudha.
Taphichi…
Ispeen tapha xumuraa Waancaa Awurooppaaf dabarte
Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC) - Tapha Walakkaa xumuraa halkan kana taphatameen Ispeen, Faransaay injifachuun tapha xumuraa Waancaa Awurooppaaf dabarte.
Ispeen galchii 2 fi 1n Faransaay injifachuun tapha waancaaf geesserti.…
Kilaba Kubbaa Miilaa Baankii Daldala Itiyoophiyaaf badhaasni kenname
Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC) - Shaampiyoonaa Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2016 kan ta'e Kilaba Kubbaa Miilaa Baankii Daldala Itiyoophiyaaf badhaasni kennameera.
Taphattoota, Leenjiftootaa fi miseensota kilabichaa biroof…
Bunni Itiyoophiyaa Waancaa Itiyoophiyaa injifate
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2016 (FBC) –Bunni Itiyoophiyaa Waancaa Itiyoophiyaa bara 2016 injifateera.
Bunni Itiyoophiyaa tapha xumuraa waancaa Itiyoophiyaa Waalaayittaa Diichaa waliin taphate galchii 2 fi 1n injifachuun Geeba Itiyoophiyaa…
Atileet Abrahaam Simeen fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 Paarisitti gaggeeffame inijfate
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2016 (FBC) –Atileet Abrahaam Simeen fiigicha Daayimandi Liigii gufachiisaa meetira kuma 3 Paarisitti gaggeeffame inijfateera.
Atileet Abrahaam fageenyicha daqiiqaa 8:02.36 xumuruun injifateera.
#Oromia…