Ispoortii
Jilli Itiyoophiyaa Taphoota Guutuu Afrikaa 13ffaarratti hirmaate Finfinnee gale
Finfinnee, Bitootessa 16, 2016 (FBC) –Jilli Itiyoophiyaa Taphoota Guutuu Afrikaa 13ffaarratti hirmaachuun sadarkaa 8ffaan xumure galgala kana Finfinnee galeera.
Jilichi waayita Buufata xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga'u Ministir Deetaa Ministeera Aadaa fi Ispoortii Ambaasaaddar Masfin Charinnatii fi Pireezidaantii Federeeshinii Atileetiksii…
Read More...
Dorgommii fiigichaa biyyoota garagaraatti gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa milka’aan
Finfinnee, Bitootessa 16, 2016 (FBC) – Xumura Torbee kanaa dorgommii fiigichaa biyyoota garagaraatti gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa milka’aaniiru.
Fiigicha Maaraatoonii Chaayinaa Magaalaa Huwaanitti gaggeeffameen Atleet Maaree…
Itiyoophiyaa 2 – 1 Leesseettoo
Finfinnee, Bitootessa 15, 2016 (FBC) – Taphni michoommaa har'a Itiyoophiyaa fi Leesseettoo gidduutti taphatame olaantummaa Itiyoophiyaan xumurameera.
Tapha deebii har'a sa'aatii 9:00 eegalee Istaadiyeemii Finfinneetti gaggeeffameen…
Jila Itiyoophiyaa Taphoota Guutuu Afrikaarratti hirmaachuun bu’aa gaarii galmeessiseef…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2016 (FBC) – Gaanaatti Embaasiin Itiyoophiyaa Jila Itiyoophiyaa Taphoota Guutuu Afrikaarratti hirmaachuun bu'aa gaarii galmeessiseef gaggeessaa fi Affeerraa taasiseera.
Embaasichi Reestoraantii Itiyoophiyaa…
Itiyoophiyaan damee atileetiksiin sadarkaa 2ffaan xumurte
Finfinnee, Bitootessa 14, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Dorgommii Tapha Guutuu Afrikaarratti damee Atileetiksiin sadarkaa 2ffaan xumurtetti.
Taphni Guutuu Afrikaa 13ffaan Gaanaa Akiraatti gaggeeffamaa ture xumurameera.
Dorgommicharratti…
Har’a fiigichi xumuraa meetira kuma 5 dhiiraa fi kuma 1fi 500 koorniyaa lamaaniinuu ni gaggeeffamu
Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC) – Taphoota Guutuu Afrikaan har’a fiigichi xumuraa meetira kuma 5 dhiiraa fi kuma 1fi 500 Koorniyaa lamaaniinuu ni gaggeeffamu.
Fiigichi meetira kuma 1 fi 500 dhiirootaa galgala…
Atileet Zawudiituu Adaraawu fiigicha maraatoonii walakkaan Meedaaliyaa Meetii argamsiiste
Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC)-Atileet Zawudiituu Adaraawu fiigicha Maraatoonii Walakkaa dubartootaan Meedaliyaa Meetii argamsiistetti.
Atileet Zawudiituun fiigichaa Maaraatoonii Walakkaa dubartootaa Tapha Guutuu Afrikaa 13ffaa…