Ispoortii
Faransaay Beeljiyamiin 1 fi 0’n injifatte
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC)– Tapha Waancaa Awurooppaa 17ffaa har’a gaggeeffameen Faransaay Beeljiyamiin 1 fi 0’n injifatteetti.
Haaluma kanaan Faransaay gara taphaa nuusa xumuraatti ce'uu mirkaneeffatteetti.
Halkan kana sa’aatii 4:00 irraa eegalees taphni Poorchugaal Islooveeniyaa waliin taasistu akkan kan eegamuudha.
#Oromia…
Read More...
Dhalattoota Afrikaa lammiilee Ispeen Waancaa Awurooppaarratti ga’umsa olaanaa argisiisaa jiran
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC) – Dhalattoota Afrikaa lammiilee Ispeen Waancaa Awurooppaarratti ga’umsa olaanaa agarsiisaa jiran Niikoo Wiiliyaamsii fi Laamiin Yaamaal.
Hidda dhiigaan Gaanaa kan ta’e Niikoo Wiiliyaamsii fi Hiddaa…
Taphoota moo’anii darbuu waancaa Awurooppaan taphni har’a Faransaayii fi Beeljiyeem gidduutti…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC) – Taphoota moo’anii darbuu waancaa Awurooppaa 17ffaa Jarmanitti gaggeeffamaa jiruun taphni har’a Faransaayii fi Beeljiyeem gidduutti taphatamu hawwiin eegama.
Har’a galgala sa’aatii…
Piriimerliigichaan Baankiin Daldalaa itiyoophiyaa fi Magaalaan Walqixxee injifatan
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2016 (FBC)- Tapha Piriimerliigii Itiyoophiyaan Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa fi Magaalaan Walqixxee morkattoota isaanii injifataniiru.
Tapha torbee 29ffaan hara gaggeffameen Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa…
Fiigichi daandiirraa kiiloo metira 10 “Machaal Itiyoophiyaaf” milkiin xumurameera
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2016 (FBC)-Fiigichi daandiirraa kiiloo metira 10 "Machaal Itiyoophiyaaf" Addabaabaayii Masqalaatti gaggeeffame milkiin xumurameera.
Saganticharratti Gorsaa Loltummaa Itaamaajoor Shuumii waliigalaa fi Itti…
Taphoonni moo’anii darbuu Waancaa Awurooppaa har’aa eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Taphoota moo’anii darbuu Waancaa Awurooppaa17ffaan har’a taphoonni lama ni taphatamu.
Taphoonni moo’anii darbuu kun tapha har’a galgala sa’aatii 1:00 eegalee Siwiizarlaandi Xaaliyaanii waliin…
Jila Atileetiksii Itiyoophiyaaf sagantaan beekamtii kennuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2016 (FBC) – Jila Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Afrikaarratti hirmaateef sagantaan beekamtii kennuu Hoteela Giyoonitti gaggeeffamaa jira.
Jilli kun Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 23ffaa…