Ispoortii
Magaalaa Hawaasaatti deemsi miilaa namoota kuma 5 ol hirmaachise gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 30, 2016 (FBC) – Magaalaa Hawaasaatti deemsi miilaa namoota kuma 5 ol hirmaachise kan kiiloo meetira 3 gaggeeffameera.
Deemsi kun mata duree 'Maanguddoota nan kabaja, eebba isaanitti ni quufa', jedhuun gaggeeffameera.
Imala miilaa kanarratti Ispoorteessitoonni bebbekkamoon, Artistoonnii fi keessummoonni waamichi…
Read More...
Lattaasanbat Giday baadhaasa Naamusa Ispoortessummaa Idil Addunyaa mo’atte
Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Atileet Lattaasanbat Giday badhaasa naamusa Ispoortessummaa Idil Addunyaa injifatte.
Atilaat Lattaasanbat Giday badhaasichaa kan injifachuu dandeese dhalattuun Itiyoophiyaa lammiin Neezerlaandii Atileet…
Shaampiyoonaan Kilaboota Oromiyaa Olaantummaa Kilabii B/M/Adaamaan xumurame
Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Shaampiyoonaa kilaboota Oromiyaa 12ffaan Naannoo Oromiyaa Magaalaa Asallaatti gaggeefamaa ture olaantumma Kilabii Bulchiinsa Magaalaa Adaamaan xumurame.
Sirni cufiinsaa sagantichaarratti Hogganaan…
Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 16ffaan boruu eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 16ffaan tapha boru Kiristaal Paalaas Liivar Puul waliin waaree booda sa’aatii 9:30 irraa jalqabuun taphataniin eegalama.
Sa’aatii 12:00 irraa jalqabee…
Rikardiin fageenya maayilii tokkoo Atileet Dirribee Waltajjiin galmaa’e ragga’e
Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC)-Rikardiin fageenya maayilii tokkoo Atileet Dirribee Waltajjiin galmaa'e ragga’e.
Yeroo jalqabaatiif dorgommii maayilii tokkoo dubartootaa Laatiiviyaatti gaggeeffamerratti, Atileet Dirribee Waltajjii…
Kilabni Biraaziil Saantos waggoota 111 booda gara diviziyoonaa gadiitti bu’u
Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC) – Kilabni Biraaziil Saantos waggoota 111 booda gara Diviziyoona gadiitti gadbu’uu gabaafame.
Taphattoota ciccimoo horachuun kan beekkamu Saantos gara Diviziyoona gadiitti bu’uun isaa deeggartoota…
Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Magaalaan Naqamtee Buna Yirgaa Caffee injifate
Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC) – Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Kilabiin Magaalaa Naqamtee goolii 2 fi 1n Buna Yirgaa Caffee mo'achuun injifannnoo isaa 4ffaa galmeesseera.
Kilabiin Magaalaa Naqamtee durfamuu irraa ka'uun…