Ispoortii
Itiyoophiyaan yeroo jalqabaaf Dorgommii Bishaan Daakuun Warqee lama argatte
Finfinnee, Sadaasa 26, 2016 (FBC)- Gareen Biyyaaleessaa Ispoortii Bishaan Daakuu Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa waldorgommii Bishaan Daakuu Ruwaandaa Kigaaliitti marsaa 8ffaaf gaggeeffameen Itiyoophiyaan yeroo jalqabaaf Meedaaliyaa Warqee lama argachuun ibsameera.
Itiyoophiyaan Dorgommii Bishaan Daakuu Afrikaa Zoonii 3 irratti itiyoophiyaan kan…
Read More...
Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 15ffaan har’aa eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee15ffaan tapha har’a Arsenaal Luutoo Taawoon,Woolvarhampton Barnileey waliin taphataniin eegalama.
Har’a halkan sa’aatii 4:30 irraa jalqabee Woolvarhampton…
Guyyaa sabaaf sablammootaa 18ffaa sababeeffachuun Jigjigaatti fiigichi daandirraa gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Guyyaa sabaaf sablammootaa 18ffaa sababeeffachuun Fiigichi Kiiloo Meetira 5 magaalaa Jigjigaatti gaggeeffameera.
Guyyaan Sabaaf Sablammootaa 18ffaan Sadaasa 25 – 29, 2016tti magaalaa Jigjigaatti…
Maaraatoonii Vaaleenshiyaan Atileeti Sisaay Lammaa fi Atileet Warqinash Daggafuu injifatan
Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Dorgommii Fiigichaa Maaratonii Vaaleenshiyaan dhiiraan Atileet Siisaay Lammaa, dubartotaan ammoo Atileet Warqinash Daggafuun injifataniiru.
Dorgommi har’aa gaggeeffame kanarratti Atileet Siisaay Warquu…
Arsenaal Woolvis injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Sadaasa 22, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaand torbee 14ffaa har'a gaggeeffameen Arsenaal goolii 2 fi 1n Woolvis injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Taphoota biroon Barnileey goolii 5 fi 0n Sheefiild…
Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa torbee 4ffaan Shaggar Walloo Kombolchaa, Nageellee Arsiin Dasee…
Finfinnee, Sadaasa 22, 2016 (FBC) –Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa torbee 4ffaan Shaggar Walloo Kombolchaa goolii 2 fi 1n, Nageellee Arsiin magaalaa Dasee 1 fi 0n injifataniiru.
Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti taphni Darbii…
Kiristiyaanoo Ronaaldoon beeksisa Kiriptoo Karansii Ameerikaatti hojjetteen walqabatee Doolaara…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2016 (FBC) – Taphataa cimaan addunyaa Kiristiyaanoo Ronaaldoon beeksisa Kiriptoo Karansii bara 2022 Ameerikaa keessatti hojjetteen walqabatee Doolaara biiliyoona 1 oliin himatameera.
Beeksisa Dhaabbata Baayinaans…