Ispoortii
Taphoonni Piriimaayer liigii Itiyoophiyaa adda citee ture boru ni eegala jedhame
Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimaayer liigii Itiyoophiyaa sababa taphoota idil addunyaan adda citee ture boru ni eegala jedhameera.
Taphoonni torbee 6ffaa baruu eegalee Istaadiyeemii Saayinsii fi Teeknooloojii Adamaatti kan itti fufu ta’uu eerameera.
Taphoonni kunnneen Suuppar Ispoortiin tamsaasa kallattii ni argatu…
Read More...
Taphoota Waancaa Itiyoophiyaa marsaa 2ffaan Nageellee Arsiin 3-0 Silxee Waraabee injifate
Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC) – Taphoota Waancaa Itiyoophiyaa marsaa 2ffaan Nageellee Arsiin 3-0 Silxee Waraabee injifachuun marsaa 3ffaaf darbuu mirkaneeffate.
Kaleessa Magaalaan Adaamaa fi Shaashamanneen morkattoota isaanii…
Sarjiyoo Raamos seenaa kubbaa miilaa jaarraa 21ffaa keessatti taphata kaardii diimaa hedduu argate…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC) – Taphataan duraanii Riyaal Maadriidifi PSG Sarjiyoo Raamos eda galgala tapha Riyaal Soosiidaan Seevillaa waliin taphaterratti Kaardii Diimaan dirree keessaa ba’eera.
Kanaanis kaardii Diimaa 29ffaa isaa…
Tootanhaam Astoon Viillaan injifatame
Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 13ffaa har'a taphatameen Tootanhaam Astoon Viillaan goolii 2 fi 1n injifatameera.
Tootanhaam Astoon Viillaan injifatamuu hordofee carraan sadarkaa 3ffaa…
Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa baajata Birrii miiliyoona 220 raggaasise
Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa Yaa'ii idilee 27ffaa gaggeessaa ture baajata bara 2016'f Birrii miiliyoona 220 raggaasisuun xumureera.
Baajatichi piroojektii dargaggootaaf xiyyeeffannoo kennuu…
Atileet Suraanash Yirgaan Maaraatoonii Shaangaay injifatte
Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Atileet Suraanash Yirgaan Maaraatoonii Shaangaayitti dorgomame injifatte.
Atileet Suraanash fageenyicha sa'aatii 2 fi daqiiqaa 21 fi sekondii 28n xumuruun injifatteerti.
Atileetiin Keeniyaa Seeluu…
Maanchiister Siitii fi Liivar Puul qixa ba’an
Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Tapha Piriimaayeer Liigii Ingilaand torbee 13ffaa har’a gaggeeffameen Maanchiister Siitii fi Liivar Puul 1-1 qixa ba’aniiru.
Sa’aatii 9:30 irraa eegalee Maanchiister Siitii fi Liivar Puul gidduutti…