Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Kiiliyaan Imbaappeen badhaasa isaa fudhate

Finfinnee, Onkoloolessa 21, 2018 (FMC) – Taphataan sarara fuulduraa Faransaay Kiiliyaan Imbaappeen badhaasa isaa kophee warqee bara dorgommii 2024/25 guyyaa har’aa fudhateera. Kiiliyaan Imbaappeen bara dorgommii 2024/25’tti galchiiwwan 31 lakkoofsisuun taphataa urjii Laaliigaa Ispeen ta’uun isaa kan yaadatamudha. Taphatichi sagantaa badhaasaa…
Read More...

Finfinnee, Onkoloolessa 20, 2018 (FMC)- Xiyyeeffannaa Mootummaan yeroo kamuu caalaa Kubbaa miilaaf kenne itti fayyadamuu qabna jedhan Pirezidaantiin Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Obbo Isaayaas Jiraa. Federeeshinichi yaa'ii…