Ispoortii
Finfinnee, Onkoloolessa 20, 2018 (FMC)- Xiyyeeffannaa Mootummaan yeroo kamuu caalaa Kubbaa miilaaf kenne itti fayyadamuu qabna jedhan Pirezidaantiin Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Obbo Isaayaas Jiraa.
Federeeshinichi yaa'ii idilee 17ffaa har'a geggeesseen raawwii hojii bara baajetaa 2017 fi karoora bara 2018 irratti mari'ateera.…
Read More...
Adaamaa 0 – 0 Hadiyyaa Hoosaa’inaa
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 3ffaan Adaamaan Hadiyyaa Hoosaa’inaa waliin qixa bahe.
Taphni kilaboota lamaan gidduutti taphatame galchii malee qixa xumurameera.
Adaamaan…
Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Yaa’ii Waliigalaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2018 (FMC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Yaa’ii Waliigalaa 17ffaa gaggeessaa jira.
Yaa’ichaan gabaasni raawwii hojii bara 2017 dhiyaachuun irratti mari’atamaa kan jiru yoo ta’u, bara baajatichaan…
Dorgommiin Atileetiksii taphoota Olompikii Dargaggoota Itiyoophiyaa 2ffaan eegalame
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2018 (FMC) – Dorgommiin Atileetiksii taphoota Olompikii Dargaggoota Itiyoophiyaa 2ffaan Magaalaa Finfinneetti eegalameera.
Yeroo ammaa dorgommiin xumuraa fiigicha meetira kuma 3 dubartootaa, utaalchii fi…
Waancaa Liigii Ingiliziin taphni har’a Arsenaal Biraayitan, Liiverpuul ammoo Kiristaal Paalaas…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2018 (FMC) – Waancaa Liigii Ingiliz tapha moo’anii darbuun taphni har’a Arsenaal Biraayitan, Liiverpuul ammoo Kiristaal Paalaas keessummeessan ni eegama.
Taphni nuusa xumuraaf darbuuf taasifamu kun har’a…
Luusiwwan Waancaa Afrikaan ala ta’an
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Luusiwwan Waancaa Afrikaa bara 2026 ala ta’an.
Luusiwwan waggoota 14 booda Waancaa Afrikaaf darbuuf carraa argatanitti osoo hin…
Falmii Luusiwwan waggoota 14 booda Waancaa Afrikaaf darbuuf taasisan
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Luusiwwan waggoota 14 booda Waancaa Afrikaaf darbuuf falmiin har'a taasisan ni eegama.
Luusiwwan morkiin har'a gita isaanii Taanzaaniyaa…