Ispoortii
Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Kilabni Magaalaa Shaggar Buna Kafaa galchii bal’aan injifate
Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC) – Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa ramaddii B har’a Magaalaa Hawaasaatti taphatameen Kilabni Magaalaa Shaggar Buna Kafaa Galchii 4-0n injifateera.
Kilabni magaalaa Shaggar liigichaan injifannoo Jalqabaa galmeesseera.
Tapha torbee jalqabaan magaalaan Shaggar Aarbaa Minci waliin goolii 1 qixa xumuruun kan…
Read More...
Waaliyaawwan har’a gita isaanii Seeraaliyoon waliin ni taphatu
Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dhiirootaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa tapha gulaallii waancaa Addunyaa marsaa jalqabaa gita isaa Seeraaliyoon waliin har'a ni taphata.
Moorookoo magaalaa Al Jaadiidaa Istaadiyeemii Al…
Atileet Tigisti Asaffaan filannoo badhaasa xumuraa Atileetii cimtuu waggaa 5 marsaa xumuraaf geesse
Finfinnee, Sadaasa 3, 2016 (FBC) – Fiigicha Maaraatooniin riikkardii addunyaa kan fooyyeessite Atileet Tigisti Asaffaan kaadhimamtoota badhaasa waggaa Atileetii cimtuu marsaa xumuraaf geesse.
Atileetiksiin Addunyaa atileetota shan marsaa…
Cheelsii 4 – 4 Maanchiister Siiitii
Finfinnee, Sadaasa 2, 2016 (FBC) – Taphni Si'oominaan eegamaa ture qixaan xumurame
Piriimaayer Liigii Ingilaandiin taphni Cheelsii fi Maanchiisteer Siitii gidduutti gaggeeffame goolii 4 qixaan xumurameera.
Siitiin yeroo sadi dursus…
Fiigicha Maaraatoonii Beeruutiin Atileetoonni Itiyoophiyaa milkaa’an
Finfinnee, Sadaasa 2, 2016 (FBC) –Fiigicha Maaraatoonii Beeruutiitti fiiggameen Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu riikkardii iddichaa fooyyeessuun injifatan.
Dorgommii dhiiroota gidduutti taasifameen Atileet Gaaddisaa…
Taphataan sarara fuulduraa Gaanaa Raafaa’el Daamenaa, dirree keessatti gaggabee kufuun lubbuun isaa…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2016 (FBC) – Taphataan sarara fuulduraa Gaanaa Raafaa’el Daamenaa, dirree keessatti gaggabee kufuun lubbuun isaa darbuu ibsameera.
Tapha liigii Albaniyaatti taphatamaa tureratti Daamenaan, Egnaatiyaa bakka bu’uun…
Arsenaalii fi Maanchiister Yuunaayitiid morkattoota isaanii yoo injifatan, Tootenhaam injifatame
Finfinnee, Sadaasa 1, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaand har'a gaggeeffameen Arsenaalii fi Maanchiister Yuunaayitiid morkattoota isaanii yoo injifatan, Tootenhaam injifatameera.
Arsenaal Burnileey goolii 3 fi 1,…