Ispoortii
Taphattoonni Garee Biyyaalessaa Itiyoophiyaa gulaallii Waancaa Addunyaaf taphatan ifooman
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC) – Taphattoonni Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa gulaallii Waancaa Addunyaaf taphatan 23 ifoomaniiru.
Leenjisaan Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Gabre Madiin Haa'ileen gulaallii waancaa Addunyaaf taphattoota 23 tapha Seeraaliyoonii fi Burkiinaafaasoo waliin taasisanirratti…
Read More...
Ramaddiin Tapha Waancaa Kilaboota Itiyoophiyaa 2ffaan ifoome
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2016 (FBC)- Kilaboonni liigiin Olaanoo fi Piriimer Liigii kan irratti hirmaatanii Rammaddiin tapha waanca kilaaboota Ityoophiyaa 2ffaan ifoomeera.
Rammaddi “A” jalatti Qiddus Goorgiis Hambariccoo Duraamee…
Jibuutii 1 – 8 Itiyoophiyaa
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2016 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 15 gadii gita isaa Jiibuutii goolii 8 fi 1n injifate.
Dorgommii tapha Kubbaa Miilaa Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa ramaddii 2ffaa…
Atileet Malkaa Darribee fi Daraartuu Hayiluu Maaraatoonii Shuuzuu injifatan
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2016 (FBC) – Fiigicha Maaraatoonii Chaayinaa Shuuzuutti fiiggameen Atileetoonni Itiyoophiyaa Koorniyaa lamaaniinuu milkaa’an.
Dorgommii Maaraatoonii Dhiiroota gidduutti gaggeeffameen Atileet Malkaa Darribee…
Atileet Taammiraat Tolaan Maraatoonii Niwuyoorki injifate
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2016 (FBC)- Dorgommii Fiigicha Maraatoonii Magaalaa Niwuyoork 2023 Dhiirotaan Atileet Taammiraat Tolaan 1ffaa ba'uun injifateera.
Dorgommicha dubartootaan ammo Atileet Lattasanbat Giday 2ffaan xumurteetti.…
Maanchiisteer Siitiin Boornimaawuuz injifachuun falmii Waancaaf taasiisu cimsate
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) – Maanchiisteer Siitiin Boornimaawuuz goolii 6 fi 1n injifachuun falmii Waancaaf taasiisu cimsateera.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama…
Mootummaan Jaappaan Badhaasa kabajaa olaanaa biyyattii Atileet Daraartuu Tulluu Badhaase
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) – Mootummaan Jaappaan Badhaasa kabajaa olaanaa biyyattii lammiilee alaaf kennamu Gargaartuu Komishinaraa Atileet Daraartuu Tulluu Badhaaseera.
Atileet Daraartuu Tulluun hariiroo Dippiloomaasii damee…