Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Liigii Olaanaa Oromiyaa torbee 4ffaan Mattuun Ammayyaa waliin, Jaardegaa Jaarteen Geedoo waliin qixa xumuran

Finfinnee, Mudde 24, 2016 (FBC) – Taphoota Liigii Olaanaa Oromiyaa torbee 4ffaa har’a taphatameen Mattuun Ammayyaa waliin, Jaardegaa Jaarteen Geedoo waliin qixa xumuraniiru. Magaalaan Mattuu Ammayyaa waliin galchii 3 qixa ba’uun qabxii yoo qoodatan, taphni Jaaardegaa Jaartee Geedoo gidduutti taphatameens galchii 2 qixaan xumurameera. Tapha…
Read More...