Ispoortii
Liigii Olaanoo Oromiyaan Gimbiin galchii 4 fi 0n Jaardegaa Jaartee injifate
Finfinnee, Mudde 15, 2016 (FBC) – Taphoota Liigii Olaanoo Oromiyaan har’a sa’aatii 4:00 irraa eegalee gaggeeffameen Gimbiin galchii 4 fi 0n Jaardegaa Jaartee injifateera.
Taphoonni Liigii Olaanoo Oromiyaa Kilaboota 16 hirmaachise kaleessa Magaalaa Naqamtee Istaadiyeemii Wallaggaatti eegalamuun kan yaadatamuudha.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa…
Read More...
Cheelsiin Wolvisiin injifatame
Finfinnee, Mudde 14, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 18ffaa har'a gaggeeffameen Cheensiin Wolvisiin goolii 2 fi 1n injifatameera.
Cheelsiin bara taphaa kana yeroo 8ffaaf injifataneera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa…
Liivarpuul 1 -1 Arsenaal
Finfinnee, Mudde 13, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 18ffaan taphni Liivarpuulii fi Arsenaal gidduutti gaggeeffame goolii 1 qixaan xumurame.
Taphoota biroo har'a taphatameen Weest Haam 2 - 0 Maanchiisteer…
Taphni Kubbaa Miilaa Liigii Olaanoo Oromiyaa borurraa eegalee gaggeeffama
Finfinnee, Mudde 13, 2016 (FBC)- Taphni Liigii Olaanoo Oromiyaa Dilbata boruurraa eegalee Istaadiyamii Wallaggaa Magaalaa Naqamteetti gaggeeffamuu eegala.
Taphni Baniinsaa Liigii Olaanoo Oromiyaa Ramaddii A, Shaampiyoonaa Oromiyaa kan…
Luwiis Suwaareez Itermiyaamiitti makamuuf waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Mudde 12, 2016 (FBC)- Taphataan sarara fuulduraa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Uraagaay Luwiis Suwaareez Itermiyaamiitti makamuuf waliigaltee mallatteessuun ibse.
Luwiis Suwaareez waliigaltee kontiraataa waggaa 1’n…
Ramaddiin tapha moo’atanii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Mudde 8, 2016 (FBC) – Ramaddiin tapha moo’atanii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoomeera.
Ramaddii har’a ifoomeen Poortoon Arsenaal, Naappooliin Baayerni Munik waliin ramadamaniiru.
Ramaddiin biroon PSG Riyaal…
Yaadannoo Atileet Abbabaa Biqilaaf dorgommiin Maaraatoonii walakkaa Jaappaanitti gaggeeffame
Finfinnee, Mudde 7, 2016 (FBC)-Yaadannoo gooticha Atileet Abbabaa Biqilaaf dorgommiin Maaraatoonii walakkaa Jaappaan Magaalaa Kaasaamaatti gaggeeffameera.
Dorgommicharratti namoonnii Kuma 1 fi 600 ol hirmaataniiru.
Jaappaanitti…