Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Shaampiyoonaan Atileetiksii Oromiyaa goolabame

Finfinnee, Mudde 13, 2017 (FMC)- Shaampiyoonaan Atileetiksii Oromiyaa Magaalaa Asallaatti gaggeffamaa ture goolabameera. Dorgommiin Shaampiyoona Atleetiksii Fiigicha gabaabaa, giddu galleessa, gufachiisaa fi gochoota dirree Oromiyaa 13ffaan guyyoottan jahaaf gaggeeffama ture olaantumma Kilaba Magaalaa Adaamaan xumurameera. Dorgommii kanaan…
Read More...

Kiristaal Paalaas 1 – 5 Arsenaal

Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 17ffaa halkan kana taphatameen Arsenaal Kiristaal Paalaas injifate. Arsenaal galchii 5 fi 1n Kiristaal Paalaas injifachuun morkii isaa caalmaatti cimsateera.…