Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Tapha Walakkaa Xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa jalqabaan har’a Borushiyaa Doortimand PSG keessummeessa

Finfinnee, Ebla 23, 2016 (FBC) – Tapha Walakkaa Xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa jalqabaan taphni har’a Borushiyaa Doortimand PSG waliin taasiisu akkaan eegama. Taphichi har’a halkan sa’aatii 4:00 irraa jalqabee taphatamaa. Kilaboonni lamaan taphoota 6 waliin taphatan keessaa PSGn yeroo 2 yoo injifatu, Doortimand yeroo 1…
Read More...

Weest Haam 2 – 2 Liivarpuul

Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) - Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 35ffaan taphni har'a Weest Haam fi Liivarpuul gidduutti taphatame galchii 2 qixa xumurame. Liivarpuul har'a qixa bahuu hordofee falmiin Waancaaf taasiisu caalmaatti…