Ispoortii
Taphataan sarara fuulduraa duraanii garee biyyaalessaa Itiyoophiyaa Mulugeetaa Kabbaddaan boqote
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2017 (FMC) – Taphataan sarara fuulduraa duraanii garee biyyaalessaa Itiyoophiyaa fi Kilaba Qiddus Giyoorgiis Mulugeetaa Kabbadaan addunyaa kanarraa boqote.
Jifataa urjiin garee biyyaalessa Itiyoophiyaa Mulugeetaa Kabbadaan dhibee isa mudateen yaalamaa turuun har’a addunyaa kanarraa du’aan boqoteera.
Mulgeetaa…
Read More...
Federeeshinichi imaammata eegumsa waliigalaa Atileetotaa hojiirra oolchuuf
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2017 - Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa miidhaa irra deddeebiin atileetotarratti raawwatamu ittisuuf “imaammata Eeguimsa Waliigalaa Atileetotaa” hojiirra oolchuuf xiyyeeffannaan hojjechaan jira jedhe.…
Madin Itiyoophiyaan shaampiyoonaa Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa ta’e
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2017 (FMC) - Madin Itiyoophiyaan shaampiyoonaa Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2017 ta’e.
Kilabichi taphoonni 3 osoo hafuu seenaa keessatti yeroo jalqabaaf shaampiyoonaa Piriimeer Liigii Itiyoophiyaaa ta’eera.…
Poorchugaal Shaampiyoonaa Neeshin Liigii Awurooppaa taate
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2017(FMC) – Tapha xumuraa waancaa Neeshin Liigii Awurooppaa halkan kana taphatameen Poorchugaal Ispeen injifachuun shaampiyoonaa taate.
Sa'aatiin idilee 2 qixa xumuramuun rukkuttaa adda bahiinsaan Poorchugaal…
Bunni Sidaamaa yeroo jalqabaaf shaampiyoonaa waancaa Itiyoophiyaa ta’e
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2017 (FMC) - Bunni Sidaamaa Walaayittaa Diichaa injifachuun shaampiyoonaa Waancaa Itiyoophiyaa bara 2017 ta'eera.
Tapha xumuraa har'a Istaadiyeemii Finfinneetti geggeeffameen Bunni Sidaamaa galchii 2 fi1n…
Fiigichi Walakkaa Maaraatoonni 18ffaan xumurame
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2017 (FMC )- Dorgommiin fiigicha walakkaa maaraatoonii 18ffaan Addabaabaayii Masqalaatti gaggeeffamaa ture xumurameera.
Dhiirotaan Atileet Leellisaa Fufaa sa’aatii fi daqiiqaa 3 fi seekondii 46’n…
Leenjisaa Siimoon Inzaagiin Intermiilaan waliin adda bahan
Finfinnee, Caamsaa 26, 2017 (FMC) – Intermiilaan lammii Xaaliyaanii Leenjisaa Siimoon Inzaagiin waliin adda bahuu ifoomse.
Siimoon Inzaagiin waggoottan arfan darban keessaa Intermiilaan waliin Waancaa Seerii 1 fi Kooppa Itaaliyaa 2…