Ispoortii
Atileet Asheetee Bakaree Maaraatoonii Rooterdam injifatte
Finfinnee, Ebla 6, 2016 (FBC)- Atileet Asheetee Bakareen dubartootaan Fiigicha Maaraatoonii Neezerlaandi Rooterdamitti gaggeeffame injifatte.
Atileet Asheetee Bakareen dorgommicha sa’aatii 2, daqiiqaa 19 fi maayikiroo sekoondii 30’n galuun 1ffaan xumuruu dandeesseetti.
Atileetonni Keeniyaa Vooyilaa Kiibiiyuut fi Seelii Kiipeyigoon 2ffaa fi…
Read More...
Shaampiyoonaan Ispoortii Guutuu Oromiyaa 26ffaan Jimmaatti jalqabe
Finfinnee, Ebla 6, 2016 (FBC)-Shaampiyoonaan Ispoortii guutuu Oromiyaa 26ffaan Magaalaa Jimmaatti jalqabeera.
Sagantaan Shaampiyoonichaa agarsiisa garaagaraatiin kan eegale yoo ta'u, akaakuuwwan Ispooortii garaagaraa 21'n dorgommiin ni…
Maanchiister Siitiin Luutan Taawoon injifachuun liigicha dursuu eegale
Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 33ffaa har'a taphatameen Maanchiister Siitiin Luutan Taawoon galchii 5 fi 1n injifachuun liigicha dursuu eegaleera.
Taphoota biroon Tootenhaam Niwuukaastiil…
Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 33ffaan har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 33ffaan tapha har’a Niwuukaastiil Tootenhaam waliin taasiisuun eegalama.
Har’a waaree booda sa’aatii 8:30 irraa jalqabee falmii Niwuukaastiil…
Taphoonni nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a galgalaa ni taphatamu
Finfinnee, Ebla 2, 2016 (FBC) -Taphoonni nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a galgala PSGn Baarseloonaa waliin akkasumas Atileetikoo Maadriid Borishiyaa Dortimand waliin taphatu.
PSGn galgala sa’aatii 4:00’tti Baarseloonaa…
Taphoonni nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a galgalaa ni taphatamu
Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)-Taphoonni nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a galgala Arsenaal, Baayarmuunik waliin akkasumas Riyaal Maadiriid Maanchisteer Siitii waliin walmorkatu.
Arsenaal galgala sa’aatii 4:00’tti…
Atileet Mulaatawaa Taklee fiigicha Walakkaa Maaraatoonii Barliin injifatte
Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC) – Atileet Mulaatawaa Takleen fiigicha Walakkaa Maaraatoonii Jarman magaalaa Barliinitti fiigame injifatte.
Fageenyicha sa’aatii 1:6:53 xumuruun injifatteerti.
Atileet Fitaawi Zaraa’i sa’aatii…