Ispoortii
Atileet Lammeechaa Girmaa, Geetinnat Waalee, Saamu’eel Fireewu dorgommii xumuraaf darban
Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC)- Olompikii Paariis dorgommii gulaallii figicha gufachiisaa meetira kuma 3 dhiiraan, Atileetonni Itiyoophiyaa dorgommii xumuraaf darbaniiru.
Haaluma kanaan ramaddii jalqabaa keessaa Atileet Geetinnat Waalee sadarkaa 3ffaan xumuruun dorgommii xumuraaf darbeera.
Dabalataan Saamu'eel Fireewu ramaddii isaarraa…
Read More...
Atileet Qananiisaan Olompikii Paarisiif qophii gahaa taasisuu ibse
Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC)- Atileet Qananiisaa Baqqalaan dorgommii figicha Maaraatoonii Olompikii Paarisiif qophii gahaa taasisuu ibse.
Atileet Qananiisaan gama midiyaa hawaasummaa isaan akka beeksisetti, dorgommii olompikichaaf…
Olompikii Paarisiin har’a fiigichi xumuraa Atileetonni Itiyoophiyaa itti eegaman ni gaggeeffama
Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC) – Fiigichi xumuraa meetira kuma 5 fi meetira 800 dubartootaa Atileetonni Itiyoophiyaa itti eegaman ni gaggeeffama.
Har’a halkan sa’aatii 4:15 irraa eegalaa fiigichi meetira kuma 5 durbatoota gidduutti…
Atileet Simboo Alamaayyoo fi Loomii Mullataa dorgommii xumuraaf darban
Finfinnee, Adoolessa 28, 2016 (FBC)-Dorgommii Gulaallii fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 dubartootaan Atileet Simboo Alamaayyoo fi Loomii Mullataa dorgommii xumuraaf darbaniiru.
Atileet Loomiin ramaddii isheerraa 5ffaan akkasumaas…
Dorgommiiwwan Gulaallii Itiyoophiyaan irratti hirmaattu har’a ni gaggeeffamu
Finfinnee, Adoolessa 28, 2016 (FBC)-Olompikii Paariis 2024'n fageenya garaagaraan dorgommiiwwan Gulaallii sadii Itiyoophiyaan irratti hirmaattu har'a ni gaggeeffamu.
Fiigichi gulaallii walakkaa xumuraa meetira 800 dubartootaa fi meetira…
Atileetonni Itiyoophiyaa har’a gulaallii carraa 2ffaa ni fiigu
Finfinnee, Adoolessa 27, 2016 (FBC) – Atileet Abdiisaa Fayyisaa fi Haabtaam Alamuun har’a gulaallii carraa 2ffaa ni fiigu.
Fiigicha gulaallii meetira 800 kaleessa galgala gaggeeffameen osoo hin milkaa’iin kan hafte Atileet Haabtaam…
Atileet Madinaa Isaa, Gudaaf Tsaggaayii fi Ijjigaayyoo Taayyeen fiigicha xumuraaf darban
Finfinnee, Adoolessa 26, 2016 (FBC) - Fiigicha gulaallii kiiloo meetira 5 dubartoota gidduutti fiigameen Atileet Madinaa Isaa, Gudaaf Tsaggaayii fi Ijjigaayyoo Taayyeen xumuraaf darban.
Atileet Madinaa Isaan ramaddii 2ffaarraa sadarkaa…