Ispoortii
Waancaa Kaaraabaa’oo Ingiliiziin Arsenaal xumuraaf darbe
Finfinnee, Amajjii 26, 2018 (FMC) – Waancaa Kaaraabaa'oo Ingiliiziin Arsenaal Cheelsii injifachuun xumuraaf darbeera.
Tapha deebii halkan kana taphatameen Arsenaal galchii 1 fi 0'n Cheelsii injifateera.
Arsenaal dhaqaa gala galchii 4 fi 2'n Cheelsii injifachuun tapha xumuraaf darbeera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa…
Read More...
Maanchiister Yuunaayitiid Fuulhaam Injifate
Finfinnee, Amajjii 24, 2018 (FMC)- Tapha Pirimeer liigii Ingiliiz torbee 24ffaan Maanchisteer Yuunaayitiid Fuulhaam galchii 3 fi 2’n injifateera.
Sa’aatii walfakkaataatti taphoota biroo taphatamaniin Astoon Viilaan dirree isaarratti…
Tootanihaam Hootispar Maanchister Siitii waliin…
Finfinnee, Amajjii 24, 2018 (FMC) - Sagantaa Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 24ffaan taphni Maanchister Siitiin dirree isaan alatti Tootanihaam Hootispariin morkatu tapha eegamaa dha.
Galgala sa'aatii 1:30 irratti tapha taphatamu…
Atileetonni Itiyoophiyaa Maaraatoonii Dubaay injifatan
Finfinnee, Amajjii 24, 2018 (FMC) - Maaraatoonii 25ffaa Dubaay atileetonni Itoophiyaa ramaddii lamaaniinu injifataniiru.
Dorgommii Maaraatoonii sadarkaan warqee Atileetiksii Addunyaan kennameef kana ramaddii dhiiraan atileetiin…
Daawwannaan Baakaarii Saanyaa tuurizimii ispoortiif ga’ee guddaa qabaata – Salaamaawiit…
Finfinnee Amajjii 22, 2018(FMC) - Taphataan duraanii Arsenaal Baakaarii Saanyaan Itoophiyaa daawwachuun tuurizimii ispoortiif ga'ee guddaa qabaata jedhan Ministirri Tuurizimii Salaamaawiit Kaasaa.
Salaamaawwiit Kaasaan fuula miidiyaa…
Hawaasaan Itiyoo Elektiriik yoo injifatu, Midira Gannat Shireen Madin Itiyoophiyaa waliin qixa bahe
Finfinnee, Amajjii 22, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 18ffaan Hawaasaan Itiyoo Elektiriik yoo injifatu, Midira Gannat Shireen Madin Itiyoophiyaa waliin qixa baheera.
Magaalaan Hawaasaa galchii 2 fi 0’n Itiyoo…
Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 18ffaan har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Amajjii 22, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 18ffaan tapha har’a Midira Gannat Shireen Madin Itiyoophiyaa keessummeessuun eegalamu.
Har’a taphoonni 3 kan taphataman yoo ta’uu, waaree booda sa’aatii…