Ispoortii
Adaamaa 2 – 0 Bahiirdar
Finfinnee, Caamsaa 25, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 33ffaa har’a taphatameen Magaalaan Adaamaa galchii 2 fi 0n Magaalaa Bahiirdar injifateera.
Kanaanis Adaamaan taphoota 3 walitti aansuun yoo injifatu Bahiirdaar ammoo taphoota 3 walitti aansuun injifatameera.
Bu’aa har’aa hordofee Kilabni Bulchiinsa Magaalaa…
Read More...
Maatiyaas Kuunhaa Maanchistar Yuunaayitidiif mallatteesse
Finfinnee, Caamsaa 24, 2017(FMC) – Maanchistar Yuunaayitid taphataa sarara fuulduraa Biraazil Maatiyaas Kuunhaa kilaba Woolvis irraa mallatteessisuu ifoomse.
Taphatichi garicha waliin waliigaltee kontiraataa waggaa shanii hanga bara…
Dorgommiin Shaampiyoonaa Atileetiksii Ityoophiyaa umurii 18 fi 20 gadii xumurame
Finfinnee, Caamsaa 24, 2017 (FMC) - Dorgommiin Shaampiyoonaa Atileetiksii Itiyoophiyaa umrii waggaa 18 fi 20 gadii guyyoota torbaaf geggeeffamaa ture mo’attummaa Waliigalaa Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa fi Akkaadaamii Ispoortii…
PSGn yeroo jalqabaaf waancaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa injifate
Finfinnee, Caamsaa 23, 2017 (FMC) – Tapha xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har'a Istaadiyeemii Aliiyaanzi Areenaatti taphatameen PSGn galchii 5 fi 0n Intermiilaan injifateera.
PSGn yeroo jalqabaaf waancaa Shaampiyoonsi Liigii…
Kilabiin Kubbaa Miilaa Bulchiinsa Magaalaa Diimtuu Piriimeer Liigii Oromiyaatti ol guddate
Finfinnee, Caamsaa 23, 2017 (FMC) –Liigii Olaanoo keessatti dorgomaa kan jiru Kilabiin Kubbaa Miilaa Bulchiinsa Magaalaa Diimtuu Piriimeer Liigii Oromiyaa bara 2018tti guddateera.
Diimtuun taphoota liigii olaanoo Oromiyaa torbee 13ffaa…
Taphni xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a taphatama
Finfinnee, Caamsaa 23, 2017 (FMC) – Taphni xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a PSG fi Intermiilaan gidduutti taphatama.
Tapha xumuraa har’a halkan Istaadiyeemii Aliyaanzi Areenaatti taphatamu kana lammiin…
Sihuul Shireen gara Liigii Olaanootti gadi bu’e
Finfinnee, Caamsaa 22, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 32ffaa har’a taphatameen Sihuul Shireen Qudduus Giyoorgisiin injifatamuu hordofee gara Liigii olaanootti gadi bu’eera.
Qidduus Giyoorgis galchii 1 fi 0n…