Ispoortii
Riyaad Mahireez Al-Ahliitti makame
Finfinnee, Adoolessa 21, 2015 (FBC) – Taphataan Maanchistar Siitii Riyaad Mahireez Paawundii miiliyoona 30'n jijjiirraan kilaba Saawdii Al-Ahliitti makamuu Maanchistar Siitiin mirkaneesse.
Lammiin Aljeeriyaa, Maanchistar Siitii taphataa kan ture Riyaad Mahireez jijjiirraan Al-Ahliitti makameera.
Mahireez bara Faranjootaa 2018'tti Leesteer…
Read More...
Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 18 gadii har’a gita isaa Ugaandaa waliin ni taphata
Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa biyyoolessaa Ityoophiyaa umrii waggaa 18 gadii har'a tapha Waancaa Bahaa fi Giddu galeessa Afrikaaf gita isaa Ugaandaa waliin ni taphata.
Taphni Waancaa Bahaa fi…
Dhalattuu Ityoophiyaa Urjii Garee Biyyoolessaa Dubartoota Ameerikaa -Naa’oomii Girmaa
Finfinnee, Adoolessa 17, 2015 (FBC) – Dhalattuun Ityoophiyaa Naa'oomii Girmaan tapha Waancaa Addunyaan Garee Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyoolessaa Ameerikaa waliin ga'umsa guddaa agarsiisaa jirti.
Taphattuun sarara ittisaa kan taate…
Atleeti Gudaaf Tsaggaayiin fiigicha Daayimandi liigii Landan injifatte
Finfinnee, Adoolessa 16, 2015 (FBC) – Atleeti Gudaaf Tsaggaayiin fiigicha Daayimandi liigii meetira kuma 5 dubartoota gidduutti Ingiliz magaalaa Landanitti dorgomame injifatteerti.
Atleet Gudaaf Tsaggaayiin fiigicha daqiiqaa muraasaan…
Saalaaddiin Sa’iid tapha dhaabe
Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)- Kilaboota Kubbaa Miilaa garaagaraa fi Garee Biyyaalessa Ityoophiyaa waggoota hedduuf tajaajilaa kan ture Saalaaddiin Sa’iid taphaa dhaabuun ibsame.
Saalaaddiin waggoota 15’f garee biyyaalessaa…
Inter Maayaamiin tikkeetii tapha jalqabaa Meesii Doolaara kuma 110’n gurgure
Finfinnee, Adoolessa 12, 2015 (FBC)- Liyooneel Meesiin erga ifatti garee Ameerikaa Inter Maayaamiitti makamee, tapha jalqabaa taasisuuf gatiin tikkeetii seensa Istaadiyeemii dabaluun himameera.
Dhaabbata Tikkeettii gurguru tokko…
Atleeti Hiruut Mashashaa fi Firewayiin Haayiluu Fiigicha Daayimandii Liigii Poolaandi injifatan
Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)- Fiigichaa Daaymandi Liigii 8ffaa Poolaand Magaalaa Siileesiiyaatti gaggeeffameen Atileet Hiruut Mashashaa fi Firewayiin Haayiluu injifachuu danda’aniiru.
Fiigicha meetira kuma 1 fi 500 dubartootaan…