Ispoortii
Islooveeniyaa 1- 1 Sarbiyaa
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Waancaa Awurooppaan taphni Islooveeniyaa fi Sarbiyaa gidduutti taphatame galchii 1 qixaan xumurameera.
Taphni har'a waaree booda sa'aatii 10:00 irraa eegalee Islooveeniyaa Sarbiyaa gidduutti taphatame galchii 1 qixaan murameera.
Sarbiyaan diqaaqaa xumuraarratti galchii lakkoofsisuun qabxii qoodatteerti.…
Read More...
“Machaal Itiyoophiyaaf”mata duree jedhuun sagantaan baatii tokkoof turu gaggeeffamuufi
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC)- Waggaa 80ffaa hundeeffama Kilaba Ispoortii “Machaal” ilaalchisuun sagantaaleen garaagaraa baatiif tokkoof turu kan gaggeeffamu ta’uun ibsame.
Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa kabaja hundeefama…
Waancaa Awurooppaan har’a taphni Ispeen Xaaliyaanii fi Deenmaark Ingilaandi waliin taphatan hawwiin…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Taphoota Waancaa Awurooppaa 17ffaan har’a taphni Ispeen Xaaliyaanii fi Deenmaark Engilaandi waliin taphatan hawwiin eegama.
Taphoota marsaa 2ffaa taphatamaa jirun har’a waaree booda…
Kirooshiyaan fi Albaaniyaa qixa xumuran
Kirooshiyaa fi Albaaniyaan qixa xumuran
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Awurooppaa 2024 Kirooshiyaa fi Albaaniyaan 2 fi 2’n walqixa xumuraniiru.
Tapha gulaallii ramaddii jalqabaan Ispeen Kirooshiyaa 3 fi 0’n yoo…
Har’a Jarman Hangaarii waliin ni tapahatti
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Awurooppaa har’a gaggeeffamuun keessummeessitu taphichaa Jarmanii fi Hangaarii gidduutti taphni gaggeeffamu kan eegamuudha.
Sagantaan ba’e akka mul’isutti har’a sa’aatii 10:00tti…
Jilli Atileetota Itiyoophiyaa gara Kaameeruunitti imale
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)- Jilli Atileetota Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 23ffaarratti hirmaatu gara Kaameeruunitti imaleera.
Shaampiyoonaan Atileetiksii Afrikaa 23ffaan qopheessummaa Kaameeruuniin…
Sagantaan taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi bara 2024/25 ifoome
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Sagantaan taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi bara 2024/25 ifoomeera.
Haaluma kanaan bara Faranjootaa Hagayya 16, 2024 Maanchisteer Yuunaayitiid Fuulhaam waliin tapha baniinsaa kan taphatu ta’uu…