Ispoortii
Shaampiyoonaan kubbaa miilaa magaaloota godina Jimmaa Xumurame
Finfinnee, Caamsaa 20, 2015(FBC)- Shaampiyoonaan kubbaa miilaa magaaloota godina Jimmaa torban lamaaf geggeffamaa ture xumurameera.
Shaampiyonicharratti magaaloonni 36 kan hirmaatan yoo ta’u dorgommii diviziyoona 1ffaan magaalaan Toobbaa, dorgommii diviziyoona 2ffaan magaalaan Gaattiraa shaampiyoonaa bara 2015 ta'uu isaanii mirkaneeffataniiru.…
Read More...
Dorgommiin fiigicha daandiirraa kiiloomeetira 10 magaalaa Jigjigaatti gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 20, 2015(FBC)- Dorgommiin fiigicha daandiirraa kiiloomeetira 10 naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaatti gaggeeffamuu ibsame.
Dorgommichi mata duree “Nageenya Biyyaaf Nan Fiiga” jedhuun Waldaa Atileetota Ityoophiyaafi…
Kilabni Ityoo Elektirik gara Liigii olaanootti gadi bu’e
Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Ityoo- Elektirik gara Liigii Olaanootti gadi bu’eera.
Kilabchi tapha har’a Machaal waliin taphateen goolii 2 qixa xumurus gara Liigii Olaanootti gadi bu’uu ibsameera.
Bara…
Atileet Miizaan Alam fiigicha meetira kuma 10 daqiiqaa 30 gaditti galuun injifatte
Finfinnee, Caamsaa 13, 2015(FBC)- Atileetiin Ityoophiyaa Miizaan Alam fiigicha meetira kuma 10 daqiiqaa 30 gaditti galuun injifatteetti.
Dorgommii “Kontiinentaal Tuur” magaalaa Landanitti dorgomameen, fiigicha meetira kuma 10…
Atileet Tsahaay Gammachuu Fiigicha Kiiloomeetira 10 Baangaaluuritti gaggeeffame injifatte
Finfinnee, Caamsaa 13, 2015(FBC)- Atileet Tsahaay Gammachuu dorgommii fiigicha Kiiloomeetira 10 Hindi magaalaa Baangaaluuritti gaggeeffame injifatte.
Atileet Tsahaay dorgommicha daqiiqaa 31fi sekondii 38’tiin xumuruun injifateetti.…
Finfinneetti Feestivaalli Ispoortii Maarshaal Aartii gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 13, 2015 (FBC) –Magaalaa Finfinneetti Feestivaalli Ispoortii Maarshaal Aartii Ispoorteessitoota kuma 15 ol hirmaachise Addabaabayii Masqalaaatti gaggeeffameera.
Feestivaalichi mata duree 'Ispoortii Maarshaal Aartii…
Maanchiisteer Siitiin Shaampiyoonaa Piriimaayeer Liigii Ingilaandi bara 2022/23 ta’e
Finfinnee, Caamsaa 12, 2015 (FBC) – Arsenaal Nootiingahaam Foorstiin injifatmuu hordofee Maanchiisteer Siitiin Shaampiyoonaa Piriimaayeer Liigii Ingilaandi bara 2022/23 ta'uu mirkanaa'eera.
Arsenaal Nootiingahaam Foorstiin goolii 1 fi 0n…