Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Qidduus Giyoorgis xumuraaf darbe

Finfinnee, Fulbaana 29, 2018(FMC) – Tapha Waancaa Magaalaa Finfinnee 19ffaa (waancaa Haaromsaa)'n Qidduus Giyoorgis Buna Itiyoophiyaa injifachuun tapha xumuraaf darbeera. Qidduus Giyoorgis galchii 3 fi 2'n Buna Itiyoophiyaa injifateera.…