Ispoortii
Gareen Biyyaalessaa Itiyoophiyaa har’a tapha ramaddii xumuraa ni taphata
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2018 (FMC) –Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa har'a tapha ramaddii xumuraa gulaallii Waancaa Addunya gita Burkiinaa Faasoo waliin ni taphata.
Waaliyaawwan har'a halkan sa'aatii 4:00 eegalee morkiin gaggeessan ni eegama.
Itiyoophiyaan qabxii 9 walitti qabachuun sadarkaa 5ffaarraatti kan argamtu yoo…
Read More...
Tapha gulaallii xumuraa Waancaa addunyaa biyyoota Afrikaa…
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2018 (FMC) –Waancaa Addunyaa 2026 Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksiikoon waloon qopheessaniif biyyoonni Afrikaa tapha gulaallii ramaddii xumuraa boruu eegaluun taphatu.
Biyyoonni Kaaba Afrikaa Ijipti, Moorookoo,…
Qidduus Giyoorgis xumuraaf darbe
Finfinnee, Fulbaana 29, 2018(FMC) – Tapha Waancaa Magaalaa Finfinnee 19ffaa (waancaa Haaromsaa)'n Qidduus Giyoorgis Buna Itiyoophiyaa injifachuun tapha xumuraaf darbeera.
Qidduus Giyoorgis galchii 3 fi 2'n Buna Itiyoophiyaa injifateera.…
Itiyoophiyaa 1 – 0 Giinii Bisaaw
Finfinnee, Fulbaana 28, 2018(FMC) – Taphni Gulaallii Waancaa Addunyaa marsaa 9ffaan Itiyoophiyaa fi Giinii Bisaaw gidduutti taphatame olaantummaa Itiyoophiyaan xumurameera.
Itiyoophiyaan galchii 1 fi 0'n Giinii Bisaaw injifachuun qabxii…
Waaliyaawwan har’a gita isaanii Giinii Bisaw waliin taphatu
Finfinnee, Fulbaana 28, 2018(FMC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Addunyaa gita isaa Giinii Bisaw waliin taphata.
Waaliyaawwan taphichaaf Ruwaandaa magaalaa Kiigaaliitti shaakala taasisaa kan turan…
Atileetoonni Itiyoophiyaa fiigicha Daandirraa injifatan
Finfinnee, Fulbaana 26, 2018(FMC) – Atileetoonni Itiyoophiyaa fiigicha Daandirraa xumura torbee kanaa biyyoota garaagaraatti gaggeeffame injifataniiru.
Fiigicha daandirraa Kiiloo meerira 10 Roomaaniyaatti fiiggame Atileetoonni…
Arsenaaliifi Maanchistar Yuunaayitid morkattoota isaanii injifatan
Finfinnee, Fulbaana 24, 2018(FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 7ffaan Arsenaaliifi Maanchister Yuunaayitid qabxii walfakkaataa goolii 2 fi 0’n morkattoota isaanii injifataniiru.
Sa’aatii 11:00 irraa eegalee dirree isaarratti…