Ispoortii
Atileet Dirribee Waltajjii fi Gudaaf Tsaggaayiin meetira kuma 1 fi 500 xumuraaf darban
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Fiigicha mana keessaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Chaayinaa Naanjiingitti gaggeeffamaa jiruun Atileet Dirribee Waltajjii fi Gudaaf Tsaggaayiin meetira kuma 1 fi 500'n xumuraaf darbaniiru.
Fiigicha gulaallii ramaddii 1ffaa keessatti kan hirmaatte Atileet Gudaaf Tsaggaayiin fageenyicha daqiiqaa…
Read More...
Waaliyaawwan har’a Fara’oonoota waliin taphatu
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa har’a tapha gulaallii Waancaa Addunyaa 2026 ramaddii 5ffaa garee biyyaalessaa Ijipti waliin taphata.
Waaliyaawwan taphoota hanga ammaatti taphataniin…
Shaampiyoonaa Atileetiksii mana keessaan Atileetotni Itiyoophiyaa meetira 800 walakkaa xumuraaf…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) –Fiigicha mana keessaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Chaayinaa Naanjiingitti dorgomamaa jiruun Atileetootni Itiyoophiyaa meetira 800 walakkaa xumuraaf darbaniiru.
Haaluma kanaan…
Taphataa waggoota 16 guutuu Kaardii diimaas ta’ee keelloon hin kennamneef…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017 (FMC) – Morkiiwwan Dirree Kubbaa Miilaatti gareewwan lama gidduutti taasiifaman keessatti waldhiibuun,waldhiituu,walitti bu’uu fi walharkisuun akkasumas tokko tokkorratti miidhaa qaamaa…
Gareen Atileetiksii Itiyoophiyaa gara Chaayinaatti qajeele
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017(FMC) - Gareen Atileetiksii Itiyoophiyaa shaampiyoonaa Atileetiksii Mana keessaa Idil addunyaa irratti hirmaatu gara Naanjingi Chaayinaatti halkan edaa qajeeleera.
Garichi atileetota 12, leenjistoita…
Niwkasil Yuunaayitid 2-1 Liivarpuul
Finfinnee, Bitootessa 7, 2017 (FMC) - Niwukaasil Yuunaayitid waggaa 57 booda waancaa waliin araarameera.
Tapha xumuraa Wancaa Kaarbaa'oo Ingiliz Niwuukaasil Yuunaayitid Liivarpuuliin 2:1 mo'achuun waancicha mo'ateera.
Galgala kana…
Arsenaal 1 – 0 Cheelsii
Finfinnee, Bitootessa 7, 2017 (FMC) - Darbiin Landan Olaantummaa Arsenaaliin xumurame.
Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 29ffaa har 'a taphatameen Arsenaal galchii 1 fi 0n Cheelsii injifateera.
Tapha biroon Fuulhaam…