Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Maanchiisteer Siitii fi Riyaal Maadriid gidduutti taphatamu akkaan eegama

Finfinnee, Caamsaa 9, 2015 (FBC) –Tapha Walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Maanchiisteer Siitii fi Riyaal Maadriid gidduutti taphatamu akkaan eegama. Taphni deebii walakkaa xumuraa shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a galgala Sa’aatii 4:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Ithaadiitti Maanchiisteer Siitii fi Riyaal…
Read More...

Arsenaal 0- 3 Biraayitan

Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Biraayitan Arsenaal injifachuun carraa hirmaannaa Liigii Awurooppaa bal'ifate. Arsenaal dirree isaarratti Biraayitaniin goolii 3 fi 0n injifatamuun imalli gara waancaatti taasisu gufateera.