Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Fiigicha guddattootaa fi Dargaggootaa Zaambiyaatti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’an

Finfinnee, Eebla 21, 2015 (FBC) – Fiigicha guddattootaa fi Dargaggootaa Zaambiyaatti har'a gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa'aniiru. Fiigicha meetira kuma 3 dubartoota umrii waggaa 20 gadii gidduutti fiiggameen Atleet Asmaarachi Annilay 1ffaa, Yeneewaa Nibrat 2ffaa, Ayinaddis Maabraatuun sadarkaa 3ffaa ba'uun xumuraniiru. Fiigicha…
Read More...