Ispoortii
Maanchister Siitiin Walvisiin injifate
Finfinnee, Amajii 16, 2018(FMC) - Sagantaa Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 23ffaan Maanchister Siitiin Walvisiin 2 fi 0'n injifateera.
Omaar Maarmush fi Antooniyoo Semeeniyoo Maanchister Siitiif galchiiwwan lamaan lakkoofsisaniiru.
Kana hordofees Maanchister Siitiin qabxii isaa gara 46tti olguddifachuun dursaa Liigichaa Arsenaal irraa…
Read More...
Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 23ffaan morkiin Arsenaal Maanchiister Yuunaayitiid waliin taasisu…
Finfinnee, Amajjii 16, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 23ffaan har’aa eegaluun taphatamu.
Morkiin Boru dursaan liigichaa Arsenaal Maanchiister Yuunaayitiid waliin taasisu xiyyeeffannoo argateera.
Taphoonni…
Adaamaan Baankii Daldala Itiyoophiyaa injifate
Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 16ffaa har’a taphatameen Adaamaan Baankii Daldala Itiyoophiyaa injifateera.
Kilabni Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa galchii 3 fi 2’n Baankii Daldala…
Walwaaloo Addigiraat 1- 1 Shaggar
Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 16ffaa har’a taphatameen Shaggar Walwaaloo Addigiraat waliin qixa bahe.
Shaggar har’a Walwaaloo Addigiraat waliin galchii 1 qixa baheera.
Heenook…
Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’as itti fufuun ni taphatamu
Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) – Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 7ffaan har’as itti fufuun ni taphatamu.
Galgala sa’aatii 2:45 jalqabee Gaalatasaraay – Atileetikoo Maadriid, Karaabaag - Firaankifarti waliin taphatu.…
Maanchistar Siitii 1-3 Boodoo Gilimtii
Finfinnee, Amajjii 12, 2018(FMC) - Sagantaa Shaampiyansi Liigii Awurooppaa marsaa 7ffaan dirree isaan alatti kilaba Noorweey Boodoo Gilimtii waliin kan taphate Maanchister Siitiin 3 fi 1'n injifatameera.
#Oromia #Ethiopia
Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan morkiin Intermiilaanii fi Arsenaal gidduutti taasifamu ni…
Finfinnee, Amajjii 12, 2018 (FMC) – Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 7ffaan har’aa eegaluun taphatamu.
Taphni har’a halkan sa’aatii 5:00 eegalee Intermiilaan Arsenaal keessummeessu ni eegama.
Arsenaal taphoota hanga…