Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Gaariiz Beel tapha kubbaa miilaa dhaabe

Finfinnee, Amajjii 1, 2015(FBC)- Taphataan kubbaa miilaa beekaman lammii Weelsi Gaariiz Beel tapha kubbaa miilaa biyyaalessaas ta’e kilabaa dhaabuu beeksise. Beel gama miidiyaa hawaasummaa isaan akka ibsetti, abjuu kubbaa miilaa jaallatu taphachuu milkeessuutti carra qabeessa akka ta’e kaasuun kana booda tapha kubbaa miilaa akka itti hinfufne…
Read More...

Moorokoo 1 – 0 Ityoophiyaa

Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Taphni michummaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa fi Moorokoo gidduutti taphatame olaantummaa Moorokoon xumurameera. Moorokoon goolii 1 fi 0 Ityoophiyaa injifachuu ragaan Federeeshinii Kubbaa…