Ispoortii
Piriimayeer Liigii Ingilaandiin taphoonni torbee kanaa har’aa eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 21, 2015 (FBC) – Piriimayeer Liigii Ingilaandiin taphoonni torbee kanaa har’aa eegaluun taphataman ni eegamu.
Haaluma kanaan har’a galgala sa’aatii 4:45 eegalee Weestahaam Yuunaayiitiid Bireentifoord waliin yoo taphatu, sa’aatii 5:00 irraa jalqabee Liivar Puul Leesiisteer Siitii waliin ni falmata.
Boru waaree booda sa’aatii…
Read More...
Mootiin kubbaa miilaa umrii 82 tti du’aan boqote
Finfinnee, Mudde 21, 2015 (FBC) -"Mootii Kubbaa Miilaa" jedhamuun kan beekamuu taphataan kubbaa miilaa lammii Biraaziil Peeleen umrii waggaa 82 tti du'aan boqoteera.
Peeleen seenaa tapha waancaa Addunyaa keessatti bara 1958, 1962 fi…
Fiigichi qaxxaamura biyyaa idil Addunyaa Horufa Boombii Dilbata dhufu Sulultaatti ni fiigama
Finfinnee, Mudde 20, 2015 (FBC) - Fiigichi Qaxxaamura biyyaa idil Addunyaa Horufa Boombii 40ffaan Dilbata dhufu magaalaa Sulultaatti kan fiigamu ta’uu Federeeshiniin Atleetiksii Ityoophiyaa beeksiise.
Fiigicha Qaxxaamura biyyaa Horufa…
Arsii Lixaatti Waldorgommiin Shaampiyoonaa Ispoortii Aadaa gaggeeffamu eegale
Finfinnee, Mudde 20, 2015(FBC)- Godina Arsii Lixaatti Aanaa Nageellee Arsiitti waldorgommiin Shaampiyoonaa Ispoortii Aadaa fi feestivaalli Ispoortii 10ffaan gaggeeffamu eegale.
Waldorgommii shaampiyoonaa ispoortii aadaa kun gosoota…
Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa aanaalee Godina Jimmaa guyyoota 8’f gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Mudde 20, 2015 (FBC) - Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa Aanaalee Godina Jimmaa magaalaa Jimmaatti gaggeeffamaa ture olaantummaa Aanaa Nadhii Gibeen xumurameera.
Shaampiyoonaa aanaalee Godina jimmaa 21 hirmaachisuun gosoota…
Abbaan Murtii idil addunyaa Bemlaak Tasammaan Tapha Chaaniif gargaaraa murteessaa Viidiyoo ta’uun…
Finfinnee, Mudde 17, 2015 (FBC) - Abbaan Murtii idil addunyaa Bemlaak Tasammaan Tapha Waancaa Chaaniif gargaaraa murteessaa Viidiyoo ta’uun filatamaniiru.
Bemlaak Tasammaa Wayyeessan Shaampiyoonaa Kubbaa Miilaa Afrikaa 7ffaa…
Piriimaayer Liigii Ingilaandiin har’a taphoonni 7 ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 17, 2015 (FBC) - Waancaa Addunyaa 22ffaan booda Piriimaayer Liigii Ingilaandiin har’a taphoonni 7 ni taphatamu.
Haaluma kanaan waaree booda sa’aatii 9:30 eegalee
Bireentifoordi – Tootanihaam waliin kan taphatu yoo…