Ispoortii
Taphoonni deebii walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’aa fi boru taphatamu
Finfinnee, Ebla 29, 2016 (FBC) – Taphoota deebii walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a PSG fi Borushiyaa Doortimand gidduutti taasiifamu ni eegama.
Har’a halkan sa’aatii 4:00 irraa jalqabee PSGn falmiin Borushiyaa Doortimand waliin taasiisu xiyyeeffannoo argateera.
Tapha marsaa jalqabaan Borushiyaa Doortimand galchii…
Read More...
Juulan Loopiteegeey leenjisaa Weest Haam ta’uuf waliigalan
Finfinnee, Ebla 28, 2016 (FBC) – Lammiin Ispeen Juulan Loopiteegeey xumura bara dorgommii kanaa eegalee leenjisaa Weest Haam ta’uuf waliigaluu ibsameera.
Weest Haam taphoota 9 yeroo darbe taphate keessaa tokko qofa injifate.
Halkan…
Tootenhaam guyyoota 7 keessatti yeroo 3ffaaf injifatame
Finfinnee, Ebla 27, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 36ffaa har'a waaree boodaa eegalee taphatameen Liivarpuulii fi Cheelsiin morkattoota isaanii injifataniiru.
Liivarpuul galchii 4 fi 2n Tootenhaam yoo injifatu,…
Atileet Badhaatuu Hirphaan Maaraatoonii Piraag injifatte
Finfinnee, Ebla 27, 2016 (FBC) –Atileet Badhaatuu Hirphaan fiigicha Maaraatoonii Rippaablika Cheek magaalaa Piraagitti dorgomame injifatteerti.
Atileet Badhaatuun fageenyicha sa'aatii 2 fi daqiiqaa 23 fi sekondii 41n xumuruun injifatte.…
Atileet Lammii Birhaanuun Maaraatoonii Piraag injifate
Finfinnee, Ebla 27, 2016 (FBC) – Atileet Lammii Birhaanuun Maaraatoonii Ripaablika Cheek magaalaa Piraagitti dorgomame injifateera.
Atileet Lammiin fageenyicha Sa'aatii 2 fi daqiiqaa 8 fi sekondii 45 xumuruun injifateera.…
Arsenaal Boornimaawuuz injifachuun falmii Waancaa cimsate
Finfinnee, Ebla 26, 2016 (FBC) – Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 36ffaa har'a taphatameen Arsenaal Boornimaawuuz injifachuun falmii Waancaa cimsateera.
Arsenaal galchii 3 fi 0n Boornimaawuuz injifachuun dursummaa isaa cimsateera.…
Fiil Foodan taphataa cimaa bara kanaa jedhamuun filatame
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Taphataan sarara fuulduraa Maanchister Siitii Fiil Fooden Waldaa Barreessitoota Kubbaa miilaan taphataa cimaa bara dorgommii kanaa jedhamuun filatameera.
Fiil Foodan bara dorgommii kana taphoota 50…