Ispoortii
Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa aanaalee Godina Jimmaa guyyoota 8’f gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Mudde 20, 2015 (FBC) - Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa Aanaalee Godina Jimmaa magaalaa Jimmaatti gaggeeffamaa ture olaantummaa Aanaa Nadhii Gibeen xumurameera.
Shaampiyoonaa aanaalee Godina jimmaa 21 hirmaachisuun gosoota ispoortii aadaa 8tiin magaalaa jimmaatti gaggeeffamaa ture har’a xumurameera.
Aanaan Nadhii Gibee shaampiyoonaa…
Read More...
Abbaan Murtii idil addunyaa Bemlaak Tasammaan Tapha Chaaniif gargaaraa murteessaa Viidiyoo ta’uun…
Finfinnee, Mudde 17, 2015 (FBC) - Abbaan Murtii idil addunyaa Bemlaak Tasammaan Tapha Waancaa Chaaniif gargaaraa murteessaa Viidiyoo ta’uun filatamaniiru.
Bemlaak Tasammaa Wayyeessan Shaampiyoonaa Kubbaa Miilaa Afrikaa 7ffaa…
Piriimaayer Liigii Ingilaandiin har’a taphoonni 7 ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 17, 2015 (FBC) - Waancaa Addunyaa 22ffaan booda Piriimaayer Liigii Ingilaandiin har’a taphoonni 7 ni taphatamu.
Haaluma kanaan waaree booda sa’aatii 9:30 eegalee
Bireentifoordi – Tootanihaam waliin kan taphatu yoo…
Riikkardiin meetira kuma 10 Atleet Yaalemzarfi Yewuhaalaa ragga’e
Finfinnee, Mudde 14, 2015 (FBC) - Riikkardiin meetira kuma 10 Atleet Yaalemzarfi Yewuhaalaa Atleetiksii Addunyaan beekkamtii argateera.
Atleet Yaalemzarfi dorgommii fiigicha fageenya meetira kuma 10 Ispeen Kaasteeloonitti gaggeeffameen…
Kaariim Benzeemaan garee biyyaalessaa keessaa of baase
Finfinnee, Mudde 10, 2015 (FBC)- Taphataan sarara fuulduraa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Faransaay Kaariim Benzeemaan garecha keessaa of baasuu beeksise.
Mo’ataan badhaasaa Balloon Di Oor bara 2022 Kaariim Benzeema leenjisaa garee…
Arjantiinaan 4 fi 2’n Faransaayiin injifachuun Shaampiyoonaa taate
Finfinnee, Mudde 9, 2015 (FBC)- Arjantiinaan rukuttaa adda bahiinsaa 4 fi 2’n Faransaayiin injifachuun Shaampiyoonaa Waanca Addunyaa bara 2022 taate.
Tapha daqiiqaawwan 120 taphatameen gareewwan lamaan goolii walqixa 3 fi 3…
Taphni xumuraa Waancaa Addunyaa har’a gaggeeffama
Finfinnee, Mudde 9, 2015 (FBC)- Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaa Kuwaataaritti gaggeeffamaa jiruun guyyaa har’aa Faransaayii fi Arjantiinaa gidduutti ni taphatama.
Bara Faranjotaa Sadaasaa 20, 2022 gaggeeffamuu kan eegalee taphni Kubbaa…