Ispoortii
Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa fiigicha gufachiisaa fi Tarkaanfii eegalame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa fiigicha gufachiisa gabaabaa, giddu galeessaa, Meetira kuma 3, Tarkaanfii fi akaakuuwwan biroon Akkaadaamii Ispoortii Ityoophiyaatti eegalameera.
Shaampiyoonaan kun ga’umsa Atleetootaa madaaluuf qooda qabaachuu Daayrektarri Teeknikaa Federeeshinii Atleetiksii…
Read More...
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Giinii waliin qabu taphachuuf gara Moorookoo…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Afrikaa Giinii waliin qabu taphachuuf gara Moorookoo imaleera.
Jilli garichaa taphattoota 23 of keessatti hammate kaleessa…
Maaraatoonii Room irratti qophiin yaadannoo Atileet Abbabaa Biqilaa gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 10, 2015(FBC)- Maaraatoonii Room irratti qophiin yaadannoo Atileet Abbabaa Biqilaa gaggeeffameera.
Lammiin Ityoophiyaa Eermiyaas Ayyalaan maaraatoon Room irratti kophee malee miila qullaa fiiguun xumuruu ibsame.…
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa Gitasaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ruwaandaa 1fi…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2015(FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha ga’umsa madaalliin gitasaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ruwaandaa 1fi 0 injifateera.
Kana’aan Maarkinahi daqiiqaa 83ffaa irratti goolii galchuun…
Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa gitasaa Ruwaandaa waliin har’a tapha ga’umsa madaallii ni…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2015 (FBC) –Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa gitasaa Ruwaandaa waliin har'a tapha ga'umsa madaallii kan taphatu ta'uu ibsameera.
Tapha gulaallii Waancaa Afrikaa Giinii waliin qabuuf of qopheessaa kan…
Dorgommii Atileetiksii “Jibutii Intarnaashinaal Miit’ irratti Atileetonni Ityoophiyaa Injiftan
Finfinnee, Bitootessa 9, 2015 (FBC)- Dorgommii Atileetiksii “Jibutii Intarnaashinaal Miit’ yeroo 6ffaaf gaggeeffamerratti Atileetonni Ityoophiyaa injifataniiru.
Dorgommii dubrtootaa kiiloomeetira shaniin Allashinyi Baawwaqee…
Ramaddiin Nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Bitootessa 8, 2015 (FBC) – Ramaddiin nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoomeera.
Haaluma kanaan Riyaal Maadriid – Cheelsii,
Beeniifikaa - Intar Miilaan
Maanchiisteer Siitiin - Baayer Muunik
AC Miilaan -…