Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Tapha moo’anii darbuu Waancaa Addunyaan taphni har’a Jaappaan Kirooshiyaa waliin taasiiftu ni eegama

Finfinnee, Sadaasa 26, 2015 (FBC) – Tapha moo’anii darbuu Waancaa Addunyaa har’aan Jaappaan Kirooshiyaa, Biraaziil Kooriyaa Kibbaa waliin ni taphatu. Bakka buutoonni Eeshiyaa lamaan taphni har’a nuusa xumuraaf darbuuf gaggeessaan ni eegama. Galgala sa’aatii 12:00 irraa eegalee Jaappaan Kirooshiyaa waliin ni falmatti. Kirooshiyaan Waancaa…
Read More...