Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Taphni Jarmanii fi Koostaarikaa gidduutti taphatamu murteessitoota dubartootaan qofa durfama

Finfinnee, Sadaasa 22, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa Addunyaa har’a Jarmanii fi Koostaarikaa gidduutti taphatamu murteessitoota dubartootaa qofaan kan durfamu ta’uu ibsameera. Kunis seenaa tapha kubbaa miilaa addunyaa keessatti isa jalqabaa ta’uu eerameera. Tapha Jarmanii fi Koostaarikaa gidduutti har’a galgala taphatamurratti haati murtee idil…
Read More...