Ispoortii
Feestivaalli Ispoortii Poolisii biyyaalessaa 19ffaan olaantummaa Poolisii Oromiyaan xumurame
Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Feestivaalli Ispoortii Poolisii biyyaalessaa 19ffaan Giddugala Dargaggoota Itiyoophiyaatti gaggeeffamaa ture olaantummaa Poolisii Oromiyaan xumurameera.
Feestivaalicharratti hirmaachaa kan ture Poolisiin Oromiyaa Waliigala meedaaliyaa Warqee 9 argachuun olaantummaan xumureera.
Dorgommii fiigicha…
Read More...
Sihuul Shiree 0 – 1 Baankii Daldalaa
Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 21ffaan Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa galchii 1 fi 0n Siihuul Shiree injifate.
Zalaalam Abbabaan daqiiqaa 82 irratti galchii Baankii Daldalaa…
Wal harkaa fuudhinsa Baallii Gadaa Booranaa 72ffaa sababeeffachuun dorgommiin Biskileetii eegalame
Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) – Wal harkaa fuudhinsa Baallii Gadaa Booranaa sababeefachuun dorgommiin Biskileetii Magaalaa Finfinneetti eegalameera.
Dorgommii Biskileetii Tuurii Gadaa marsaan 8ffaan Gurraandhala 26 - 29, 2017tti…
Taphoota moo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a PSGn Liiverpuul…
Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) – Taphoonni Moo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaan jalqabaa har’as itti fufuun taphatamu.
Har’a halkan sa’aatii 2:45 eegalee Feyenoord – Intermiilaan waliin taphata.…
Tapha moo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni darbii Maadriid hawwiin eegama
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Taphni Moo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’aa eegaluun taphatamu.
Har’a halkan sa’aatii 2:45 eegalee Kilab Biraagaan - Astoon Viilaa waliin taphata.
Halkan sa’aatii 5:00 eegalee…
Atileetoonni Itiyooophiyaa fiigicha Maaraatoonii Tookiyoo injifatan
Finfinnee, Guraandhala 23, 2017 (FMC) – Atileetoonni Itiyooophiyaa koorniyaa lamaaniinuu fiigicha Maaraatoonii Tookiyoo injifataniiru.
Dorgommii Dubartoota gidduutti dorgomame Atilee Suutumee Asaffaan sa'aatii 2:16.31 xumuruun yoo…
Dorgommiin Maaraatoonii Riilee Itiyoophiyaa 20ffaan magaalaa Adwaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC) – Dorgommiin Maaraatoonii Riilee Itiyoophiyaa 20ffaan Naannoo Tigraay magaalaa Adwaatti gaggeeffamaa jira.
Dorgommicha Pireezidaantiin Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaa Atileet Koomaandar…