Ispoortii
Luusiiwwan tapha gulaallii Waancaa Afrikaa Marsaa itti aanuuf darban
Finfinnee, Guraandhala 19, 2017 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Afrikaan marsaa itti aanuuf darbaniiru.
Luusiiwwan tapha gita isaanii Ugaandaa waliin har'a Finfinneetti taphatan galchii 2 fi 0'n injifachuu hordofee rukuttaa adda bahiinsan galchii 5 fi 4’n injifachuun marsaa…
Read More...
Luusiwwan tapha deebii gulaallii Waancaa Afrikaan har’a gita isaanii Ugaandaa waliin taphatu
Finfinnee, Guraandhala 19, 2017 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa har’a gita isaa Ugaandaa waliin tapha deebii ni taphata.
Har’a waaree booda sa’aatii 9:00 eegalee Finfinnee Istaadiyeemii Abbabaa…
Piriimeer Liigii Ingilaandiin har’a taphni Liiverpuul Niwuukaasiil keessummeessu ni eegama
Finfinnee, Guraandhala 19, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 27ffaan taphni har’a Liiverpuul Niwuukaasiil keessummeessu xiyyeeffannoo argateera.
Sagantaa torbee 27ffaa kanaan har’a taphoonni 5 kan taphataman…
Piriimeer Liigii Ingilaandiin har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Guraandhala 18, 2017 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 27ffaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu.
Har’a halkan sa’aatii 4:30 eegalee Biraayitan – Boornimaawuuz, Kiristaala Paalaas – Astoon Viilaa, Woolviis -…
Atileet Solomoon Baaraggaa Maaraatoonii Siiviyaa injifate
Finfinnee, Guraandhala 16, 2017 (FMC) – Atileet Solomoon Baaraggaa Fiigicha Maaraatoonii Siiviyaatti dorgomame injifateera.
Atileet Solomoon fiigicha maaraatoonii irratti yeroo jalqabaaf kan dorgome yoo ta’u, dorgommii Siiviiyaa kanas…
Ugaandaa 2 – 0 Itiyoophiyaa
Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Taphni Gulaallii Waancaa Afrikaa 2026 Garee Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa fi kan Ugaandaa gidduutti taphatame olaantummaa Ugaandaan xumurameera.
Tapha Gulaallii marsaa…
Ramaddiin taphoota moo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Carraan ramaddii taphoota moo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a Siwiizarlaandi Naayoonitti ifoomeera.
Arsenaal - PSV,
Liiverpuul - PSG,
Baayerni Muunich - Liivarkuusan,…