Ispoortii
Biraaziil Siwiizarlaandiin injifachuun tapha gatanii darbuuf ceetee
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)- Tapha Biraaziilii fi Siwiizarlaandii gidduutti taphatameen Biraaziil goolii 1 fi 0’n Siwiizarlaandiin injifatte.
Taphata Kaasaamiiroon goolii injifannoo kana daqiiqaa 83ffarratti Biraaziliif lakkoofsiiseera.
Haaluma kanaan Biraaziil, Faransaayitti aanuun biyya tapha gatanii darbuutti ce’an keessa tokko ta’uu…
Read More...
Kooriyaa Kibbaa 2 – 3 Gaanaa xumurame
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC) - Taphni waancaa Addunyaa Kooriyaa Kibbaa fi Gaanaa gidduutti Istaadiyeemii ‘Education City’tti taphatame Olaantummaa Gaanaan xumurameera.
Haaluma kanaan Gaanaan Kooriyaa Kibbaa 3 fi 2'n injifatteetti.…
Kaameruun 3 – 3 Sarbiyaa
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC) - Taphni waancaa Addunyaa 22ffaan Kaameruunii fi Sarbiyaa gidduutti Istaadiyeemii Al Januubitti taphatame goolii 3 qixa xumurame.
Castelletto daqiiqaa 29', Aboubakar daqiiqaa 63' fi Choupo-Moting…
Beeljiyam 0-2 Morookoo xumurame
Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)- Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaan taphni Beeljiyamii fi Morookoo gidduutti gaggeeffameen Morokoon Beeljiyamiin 2 fi 0'n injifatte.
Tapha morkii cimaan irratti mul'ate kana daqiiqaa 73ffaarratti taphataa…
Tapha Waancaa Addunyaan har’a taphoota eegamantu taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)- Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaa har’as itti fufee kan taphataman yoo ta'u, ramaddii 4’n taphoonni ramaddii 2ffaa ni taphatamu.
Haaluma kanaan ramaddii 5ffaa jalatti kan argaman Jaappaanii fi Kostaarikaan…
Faransaay goolii 2 fi 1n Deenmaarki injifatte
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaa galgala kana taphatameen Faransaay Deenmaarki goolii 2 fi 1n injifateerti.
Shaampiyoonaan Waancaa Addunyaa 2018 Faransaay gooliiwwan lama Kiiliyaan Mbaappeen lakkoofsiseen…
Poolaandi goolii 2 fi 0n Saa’uud Arabiyaa injifatte
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Taphni waancaa Addunyaa 22ffaan har'a Poolaandii fi Saa'uud Arabiyaa gidduutti taphatame olaantummaa Poolaandiin xumurame.
Piyootar Ziiliinskiin daqiiqaa 39ffaa fi Roobart Lewaandooskiin daqiiqaa…