Ispoortii
Obbo Qajeelaa Mardaasaan ittaantuu Itti Gaafatamtuu Embaasii Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaan Ittaantu Ittigaafatamtuu Embaasii Ameerikaa Gondiliin Weeldiin Giriin waliin dhimma Kubbaa Kachoorratti mari’atan.
Marichaan Itiyoophiyaatti erga taphni Kubbaa Kachoo eegalee yeroo dheeraa lakkoofsisus yeroo ammaa sochiin damichaa laafaa dhufuu…
Read More...
Atileet Gudaaf Tsaggaay fi Tigisti Asaffaan badhaasaaf Kaadhimamaan
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Atileet Gudaaf Tsaggaay fi Tigisti Asaffaan tarree kaadhimamtoota badhasa Atileetoota Addunyaa filatamoo bara 2023 keessa galan.
Atileetiksiin Addunyaa Atileetoota filatamoo bara 2023, 11 ifoomseera.…
Edan Haazaardi tapha kubbaa miilaa dhaabuu beeksise
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Taphataan garee biyyaalessa Beeljiyeemii fi Kilaba Cheelsii duraanii Edan Haazaardi tapha kubbaa miilaa dhaabuu beeksiseera.
Edan Haazaardi waggoota 7 Kilaba Landan Cheelsii tajaajileera.
Umrii…
Dorgommii Maraatooni Walakkaa dhiirotaa fi dubartootaa Turkitti gaggeeffameen Atileetonni…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)- Dorgommii Maraatooni Walakkaa dhiirotaa fi dubartootaa Turki Ankaaraatti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoophiyaa injifataniiru.
Dorgommicha dhiirotaan Atileet Siisaay Lammaa sa’aatii 1 fi daqiiqaa 1 fi…
Har’a Arsenaalii fi Maanchister Siitiin Morkii jabaa gaggeessu
Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)- Tapha Pirimeerliigii Ingilaandiin har’a Arsenaal dirree isaa Emireetis irratti Maanchister Siitii keessummeessu xiyyeeffannoo olaanaan eegama.
Kilabootni lameen bara darbe sadarkaa 1ffaa fi 2ffaan kan…
Taphni Tootanihaamii fi Liivar Puul irra deebiin akka taphatamuun barbaada – Yergan Kiloop
Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Taphni Tootanihaamii fi Liivar Puul irra deebiin akka taphatamu fedhii qabaachuu Leenjisaan Liivar Puul Yergan Kiloop ibsaniiru.
Murtoon gooliin Liivar Puul lakkoofsise akka haqamtu taasiifame murtoo…
Hoolataatti Atileet Tigist Asaffaaf simannaan taasifame
Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) –Shaampiyoonaa Maaraatoonii Barliirratti Rikardii addunyaa foyyeessuun kan injifatte Atileet Tigist Asaffaaf Magaalaa Hoolataatti simannaan gootaa taasifameera.
Atileet Tigist rikardii maaraatoonii…