Ispoortii
Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi Torbee 4ffaan har’aa eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Hagayya 21, 2014 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi Torbee 4ffaan har'a waaree booda sa'aatii 8:30 eegaluun ni taphatamu.
Saa'aatii 8:30 eegalee Saawuzhaamtoon Maanchiisteer Yuunaayitiid ni keessummeessa.
Sa'aatii 11:00 irraa eegalee taphoonni 5 yeroo walfakkaatuutti kan gaggeeffamu yoo ta'uu, Taphni Cheelsii fi…
Read More...
Ityoophiyaa 0 – Ruwaandaa 0
Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Tapha gulaalli Chaan Ityoophiyaa fi Ruwaandaa gidduutti Taanzaaniyaa Dareesalaamiitti gaggeeffameen 0 fi 0 qixa ba’aniiru.
Taphni jalqabaa gulaallii marsaa xumuraa Chaan garee Kubbaa Miilaa…
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa boru gara Taanzaaniyaatti imala
Finfinnee, Hagayya 17, 2014 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa gulaallii waancaa biyyoota Afrikaa (Chaan) irratti hirmaachuuf guyyaa boruu gara Taanzaaniyaatti ni imala.
Garichi jimaata dhufu gitasaa garee kubbaa miilaa Ruwaandaa…
Yuunaayitiid 2 -1 Liivar Puul
Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Taphni gareewwan masaanuu olaantummaa Maanchiisteer Yuunaayitiidiin xumurame.
Taphni 200ffaan garee lamaanii injifannoo Maanchiisteer Yuunaayitiidiin golobameera.
Taphni Piriimaayeer Liigii…
Tapha Maanchiisteer Yuunaayitiidii fi Liivar Puul har’aa
Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Taphni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaa Maanchiisteer Yunaayitidii fi Liivar Puul gidduutti har'a halkan sa'atii 4:00'tti taasifamu si'oomiinaan eegama.
Tapha Piriimaayeer Liigii Ingilaandi…
Atileetonni Ityoophiyaa dorgommii fiigichaa walakkaa maraatoonii Biraaziiliifi Arjentiinaatti…
Finfinnee, Hagayya 16, 2014(FBC) - Dorgommii fiigichaa walakkaa maraatoonii Biraaziil Riyoo Dii Jeneri’oo fi Arjentiinaa Boonas Ayirasitti gaggeeffameen Atileetonni Ityoophiyaa milkaa’aniiru.
Dorgommii figicha walakkaa maraatoonii…
Piriimayeer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaa har’a gaggeeffameen Cheelsiin yoo injifatamu,…
Finfinnee, Hagayya 15, 2014 (FBC) – Piriimayeer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaa har'a gaggeeffameen Cheelsiin yoo injifatamu, Maanchiisteer Siitiin qixa ba'eera.
Tapha har'a waaree booda gaggeeffameen Cheelsiin Liidis Yuunaayitiidiin 3 fi…