Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Piriimayeer Liigii Ingilaandiin Arsenaal, Kiristaal Paalaasii fi Tootanihaam morkattoota isaanii yoo injifatan Leesiisteer injifatame

Finfinnee, Hagayya 14, 2014 (FBC) –Taphoota Piriimayeer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaa har'a gaggeeffameen Arsenaal,Kiristaal Paalaasii fi Tootanihaam morkattoota isaanii yoo injifatan Leesiisteer Siitiin injifatameera. Piriimaayeer liigichaan har'a taphoonni 6 gaggeeffamaniiru. Tapha waaree booda sa’aatii 8:30 jalqabee taphatameen Tootanhaam…
Read More...

Ityoophiyaa 1- 0 Ugaandaa

Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) –Tapha madaallii ga'umsaa har'a gaggeeffameen Gareen Kubbaa Miilaa Dhiirotaa Biyyaalessa Ityoophiyaa gita isaa Ugaandaa 1fi O injifateera. Goolii Bazzaabihi Mallayyoo daqiiqaa 93ffaarratti galcheen…