Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Gullisoo 2-2 Yuunivarsiitii Dambi Doolloo

Finfinnee, Ebla 14, 2017(FMC) -  Tapha Piriimer Liigii Oromiyaa Torbee 16ffaa har'a taphatameen Gullisoo fi Yuuniversiitiin Dambi Doolloo 2-2 qixa ba'uun qabxii qoddataniiru. Tapha har'aa sa’aatii 8:00’tti Magaalaa Adaamaa Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti taphatameen Kutaan magaalaa Sabbataa fi Leeqaan 1-1 qixa ba'aniiru.
Read More...

Dambi Doolloo 1- 0 Gincii

Finfinnee, Ebla 13, 2017 (FMC)) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 16ffaan Dambi Doolloon Giincii injifate. Kilabiin Bulchiinsa Magaalaa Dambi Doolloo galchii 1 fi 0n Giincii injifachuun qabxii isaa 24'n ga'ateera. Dambi…