Ispoortii
Antooniyoo Ruudigar taphoota 6 irraa dhorkame
Finfinnee, Ebla 22, 2017 (FMC)- Taphataan sarara ittisaa Riyaal Maadriid Antooniyoo Ruudigar taphoota 6 irraa akka dhorkamu ifoomeera.
Antooniyoo Ruudigar tapha waancaa koppaa Deel Reey Ispeen Barseloonaan Riyaal Maadriid injifate irratti naamusa cabsuun murteessaa taphichaa irratti haaleellaa aggaammii raawwateen kaardii diimaan adabamuun…
Read More...
Kilaboota Seenaa keessatti maqaasaanii barreessuu barbaadan lamaan
Finfinnee, Ebla 21, 2017 (FMC) – Arsenaalii fi PSG’n waancaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa injifachuun seenaa hojjechuu barbaadu.
Kilaboonni lamaanuu seenaa isaanii keessatti waancaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa injifatanii hin…
Tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Arsenaal PSG waliin…
Finfinnee, Ebla 21, 2017 (FMC) –Tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni marsaa jalqabaa har'a Arsenaal PSG waliin taphatu ni eegama.
Taphni walakkaa xumuraa marsaan jalqabaa kun har'a halkan sa'aatii 4:00 eegalee…
Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Kilabiin Kubbaa Miillaa Dubartootaa Shaggar Qiddus Giyoorgiis injifate
Finfinnee, Ebla 20, 2017 (FMC) – Taphoota Liigii Olaanaa Dubartootaa Itiyoophiyaa torbee 22ffaan Kilabiin Kubbaa Miillaa Dubartootaa magaalaa Shaggar galchii 2 fi 0n Qidduus Giyoorgiis injifateera.
Kana horofee hirmaannaa Piriimeer…
Feestivaala Ispoortii Poolisii Baha Afrikaan Atileetoonni dubartootaa poolisii Itiyoophiyaa fiigicha…
Finfinnee, Ebla 20, 2017 (FMC) – Feestivaala Ispoortii Poolisii Baha Afrikaa 5ffaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiruun Atileetoonni dubartootaa poolisii Itiyoophiyaa fiigicha meetira kuma 10 injifataniiru.
Atileetoonni dubartootaa Poolisii…
Dorgommii Adiidaas Jarmanitti gaggeeffameen atileetonni Itiyoophiyaa injifatan
Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Dorgommii Adiidaas Adiizeeroo guyyaa har’aa Jarmanitti gaggeeffameen atileetonni Itiyoophiyaa injifatan.
Dorgommii fiigicha kiiloomeetira 5 dubartootaan Madiinaa Iisaa yoo injifattu, atileet Footyan…
Piriimeer liigii Ingilaandiin har’a taphoonni murteessoon ni taphatamu
Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Taphoota piriimeer liigii Ingilaandi torbee 34ffaan har'a taphoonni murteessoon ni taphatamu.
Hirmaannaa Shaampiyoonsi liigii Awurooppaa argachuuf morkachaa kan jiru Cheelsiin har’a saa'atii 8:30…