Ispoortii
Atleet Yalemzarf fiigicha fageenya meetira kuma 10niin riikkardii haaraa galmeessite
Finfinnee,Gurraandhala 20, 2014 (FBC) – Dorgommii fiigicha daandirraa fageenya meetira kuma 10 Ispeenitti gaggeeffameen Atleet Yalemzarf Yewalaan rikkardii haaraa galmeessuun injifatte.
Atleet Yalemzarf daqiiqaa 29 fi sekondii 14 xumuruun sa’aa fooyya’aa haaraa galmeessiteerti.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru,…
Read More...
Dorgommii fiigicha Mana keessaa Tuuraanitti gaggeeffameen atileetonni Ityoophiyaa injifatan
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2014 (FBC) – Dorgommii fiigichaa Mana keessaa guyyaa kaleessaa Tuuraanitti gaggeeffameen atileetonni Ityoophiyaa injifatan.
Fiigicha dhiiraa meetira kuma 3 atileet Lammeechaa Girmaa sa’atii 7:31:09 1ffaa…
Dorgommii fiigichaa Walakkaa Maraatoonii Raas Al Kaamhaatti gaggeffameen atileetiin Ityoophiyaa…
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2014 (FBC) – Dorgommii fiigichaa Walakkaa Maraatoonii guyyaa kaleessaa Raas Al Kaamhaatti gaggeffameen atileetiin Ityoophiyaa injifatte.
Atileet Girmaawwit Gabra Igzi’aabiheer dorgommichaan sa’aatii 1:04:14n…
Naannoon Oromiyaa Shaampiyoonaa Ispoortii aadaa biyyaalessaa ta’e
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) –Wal dorgommii Ispoortii aadaa biyyaalessaa 19ffaa fi Feestivaalli agarsiisaa aadaa 15ffaa torban tokkoof qopheessummaa naannoo Amaaraatiin magaalaa Dabra Birhaanitti gaggeeffamaa tureen naannoon…
Waldorgommii kubbaa miilaa Paan Afrikaatin Ityoophiyaan Koorniyaa lamaaniin milkoofte
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2014 (FBC)- Waldorgommii kubbaa miilaa Paan Afrikaa Koongootti gaggeeffamaa jiruun Ityoophiyaan Koorniyaa lamaaninuu milkoofte.
Dorgommii kubbaa miilaa manneen barnootaa Afrikaa qopheessummaa Rippaablika…
Dorgommii Fiigichaa Faransaayitti gaggeeffameen atileetonni Ityoophiyaa injifatan
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC)– Dorgommii Fiigichaa mana keessaa guyyaa kaleessaa Faransaay magaalaa Leeviinitti gaggeeffameen atileetonni Ityoophiyaa injifatan.
Dorgommii fiigicha meetira kuma 3 Lammeechaa Girmaa 1ffaa yoo ba’u…
Gareen kubbaa miilaa Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Awwaaroo Amboo Ityoophiyaa bakka bu’uun…
Finfinnee,Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa miilaa Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Awwaaroo Amboo Ityoophiyaa bakka bu'uun dorgommii Pan-Afrikaarratti kan hirmaatu ta’uu ibsameera.
Waldorgommii kubbaa miilaa Paan Afrikaa…