Ispoortii
Taphoonni Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 13ffaan har’aa eegaluun ni taphatama
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC) – Taphoonni Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 13ffaan har’aa eegaluun kan taphatamuu ta’uu ibsameera.
Sangantaan torbee 13ffaa priimayer liigichaa tapha ha’a sa’aatii 10:00 irraa jalqabee Kilaba Magaalaa Hawaasaa fi Faasiil gidduutti taphatamuun kan eegalu ta’uu ibsameera.…
Read More...
Gareen Biyyaalessaa ga’umsa gulaallii Waancaa addunyaarratti agarsiise Waancaa Afrikaarratti dabaluu…
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa ga’umsa gulaallii Waancaa addunyaarratti agarsiise Waancaa Afrikaarratti dabaluu hin dandeenye jedhan Preezdaantiin Federeeshinii Kubbaa…
Shaampiyoonaan qaxxaamura biyyaa idil addunyaa Baha Afrikaa 1ffaan Hurufa Boombitti gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2014 (FBC) - Shaampiyoonaan Hurufa Boombii 39ffaan qaxxaamurri biyyaa idil addunyaa Baha Afrikaa 1ffaan Hurufa Boombitti gaggeeffameera.
Fiigichicha dura sochiin Ispoortii hawaasaa qopheessummaa Ministeera…
Dorgommii fiigicha Maaraatoonii har’a magaalaa Leegositti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa…
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) – Dorgommii fiigicha Maaraatoonii har’a magaalaa Leegositti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa koorniya lamaaniinuu
milkaa’aniiru.
Dorgommii dubartoota gidduutti gaggeeffameen Atleet Siraanash…
Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa Ityoophiyaa 19ffaan magaalaa Dabra Birihaanitti ni gaggeeffama
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa 19ffaa fi Feestivaalli aadaa 15ffaan biyyaalessaa qopheessummaa magaalaa Dabra Birihaaniin Dilbata dhufuu eegalee kan gaggeeffamu ta’uu ibsameera.
Dorgomichi…
Kilaboota Betkiing Primeer liigii Ityoophiyaa sadirratti adabbiin darbe
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC)- Kilaboonni Betkiing primeer liigii Ityoophiyaa naamusa pirimeer liigii cabsan sadirratti adabbiin darbeera.
Kilaboonnii kunniinis kilaba kubbaa miilaa Magaalaa Dirre Dhawaa, Hadiyaa Hosaanaa fi…
Seeneegaal shaampiyoonaa Waancaa Afrikaa 33ffaa taate
Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Tapha xumuraa Waancaa Afrikaa 33ffaa halkan kana Seeneegaalii fi Ijipti gidduutti gaggeeffameen Seeneegaal Ijipti rukkuttaa adda bahiinsan injifachuun yeroo jalqabaaf shaampiyoonaa Waancaa Afrikaa…