Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Iyvoorii Koost waancaa Afrikaa 33ffaa ala taate

Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) - Taphni Waancaa Afrikaa 33ffaan moo'anii darbuu Iyvoorii Koostii fi Gibtsi gidduutti taphatame olaantummaa Gibtsi xumurameera. Taphni idilee goolii malee xumuramuun rukkuttaa bilisaan Gibtsi goolii 5 fi 4n Iyvoorii Koost injifachuun tapha nuusa xumuraaf darbuu mirkaneeffatteerti. Ityoophiyaa :- Haa…
Read More...

Ityoophiyaa 0 – 1 Taanzaaniyaa

Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC) - Gareen kubbaa miilaa dubartootaa biyyaalessaa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gita isaa Taanzaaniyaan injifatame. Tapha har'a Zaanzibaaritti gaggeeffameen Gareen kubbaa miilaa dubartootaa…